Browsing Category
Ispoortii
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan qixa yoo ba’u, Bahaar Daar…
Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Adaamaan Buna Sidaamaa waliin qixa yoo ba’u, Bahaa Daar Walqixxeen injifatameera.…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Muddee 20, 2013 (FBC) - Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 4ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar Dirree Dawaan injifatameera.
Taphoota priimeyar…
Dhaabbanni tajaajilaa geejjibaa hojjettoota Paablik Sarvisii hojjettoota isaaf Jiminaazyeemii…
Finfinnee, Muddee 17, 2013 (FBC)- Dhaabbilee mootummaa fi dhuunfa hojjettootarra saxilamummaa dhukkuboota daddarboo taanee hir’isuuf naannoo mijataa fi gaarii uumuu qabu jedhameera.…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Adaamaan Bahaar Daariin injifatame
Finfinnee, Muddee 16, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Adaamaan Bahaar Daariin injifatameera.…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Faasiliin…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaan Qidduus Giyoorgis magaalaa Hawaasaa…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 3ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegaluun gaggeeffameen Qidduus Giyoorgis Hawaasaa 4 fi 1 injifateera.…
Atleetoota seera Dooppingii darban irratti murtoon adabbii darbe
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Atleetoota seera farra si'eessituu Ispoortii darban irratti murtoon adabbii darbuu ibsame.
Atleetoota seera Dooppingii darban irratti…
Liyooneel Meesiin Baarseloonaaf goolii 644ffaa galchuun riikkardii Peelee fooyyeesse
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Liyooneel Meesiin Baarseloonaaf goolii 644ffaa galchuun, galchii olaanaa kilaba tokkoo Peeleen qabamee ture fooyyeesse.
Taphataan sarara…
Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaan Adaamaan Walaayittaa Diichaan injifatame
Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) –Tapha Beetking Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 2ffaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan 2 fi 0 Adaamaa…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har’a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 14ffaa har'a gaggeeffameen Liivar Puul Kiristaala Paalaas garaagarummaa goolii hedduun injifate
Finfinnee, Muddee 10, 2013 (FBC) - Taphoota…