Browsing Category
Ispoortii
Fiigichi guddichi atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laate
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Fiigichi guddichi Ityoophiyaa sagantaa beekkamtii kennuu 22ffaa qopheesseen atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laatera.
Sagantichi kaleessa…
Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan tapha Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e.
Urjiin duraanii Seneegaal Saadiyoo Maaneen miidhamarraa deebii waancaa…
Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa Miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Guyyaa har'a magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknolojii…
Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Baahir Daar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Idil Addunyaa Baahir Daar gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Ministira Ministeera…
Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Liverpool v Real Madrid
Club Bruges v Benfica
RB…
Maaraatoonii Soweetoo Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Afrikaa Kibbaa Soweetottii dorgommii fiigicha maaraatoonii gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan xumuraniiru.
Fiigicha…
Tapha Pirimerliigii Ingilaand torbee 15ffaan Arsenaal Cheelsii waliin si’a 201ffaaf walmorkata
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Tapha Pirimerliigii Ingilaand Dilbata har’aa gaggeeffamuun dursaan liigichaa Arsenaal gara Lixa Landanitti imaluun sadarkaa 6ffaa irratti kan argamu…
Taphoonni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan har’a Dirree Dawaatti ni eegala
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2015 (FBC) – Taphoonni Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 6ffaan har’a Dirree Dawaatti kan eegalu ta’uu ibsameera.
Taphoonni marsaa jalqabaa…
Waldorgommii 2015 tti kilaboonni 93 sadarkaa naannoo Oromiyaatti waliin morkatu
Finfinnee, Onkololeessa 19, 2015 (FBC) – Yaa'iin Kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa Magaala Bishooftuutti taa'ameera.
Yaa'ii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa bara 2015 magaaalaa…
Piriimaayeer Liigii Ingilaand torbee 14ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu
Finfinnee, Onkololeessa 18, 2015 (FBC) – Piriimaayeer Liigiin Ingilaand torbee 14ffaan boru tapha Leesiisteer Siitii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamuun eegalama.
Boru sa’aatii…