Browsing Category
Ispoortii
Gareen Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgommii manneen barnootaarratti hirmaatu gara…
Finfinnee, Gurandhala 8, 2015 (FBC)- Gareen Kubbaa miilaa manneen Barnoota Naannoo Oromiyaa irraa Ityoophiyaa bakka bu'uun dorgommii manneen barnootaa Taanzaaniyaatti qophaa’erratti…
Maaraatooniin Dubaay koorniyaa lamaaninuu injifannoo Atleetoota Ityoophiyaan xumurame
Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) - Dorgommii Maaraatooniin Dubaayitti gaggeeffameen koorniyaa lamaaninuu Atleetoonni Ityoophiyaan injifatan.
Dorgommii Atleetoota dhiiraa gidduutti…
Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan…
Finfinnee, Gurraandhala 4, 20015 (FBC) - Jila Atleetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa idil addunyaa 44ffaa irratti hirmaatuuf gaggeessaan taasifameera.
Shaampiyoonaa Qaxxaamura biyyaa…
Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa maayila tokkoo Poolaanditti gaggeeffameen sa’aatii…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015(FBC)- Atileet Gudaaf Tsaggaayeen dorgommii fiigichaa mana keessaa maayila tokkoo kaleessa galgala Poolaand magaalaa Tooranitti gaggeeffameen sa’aatii saffisaa…
Kiristiyaan Atisuun kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen jijjiga gamoo jalaa lubbuun hafe
Finfinnee, Amajjii 30, 2015 (FBC) –Taphataan sarara qarqaraa Cheelsii fi Niwuu Kaastiil duraanii Kiristiyaan Atisuun Kirkira lafaa Turkii fi Sooriyaatti mudateen jijjiga gamoo jalaa Lubbuun…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Umrii waggaa 20 gadii xumurame
Finfinnee, Amajjii 28, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan Atileetiksii Ityoophiyaa Umrii waggaa 20 gadii 11ffaan xumurameera.
Shaampiyoonichaan gareen atileetiksii Baankii Daldala Ityoophiyaa…
Siifan Hasan Maaraatoonii Landan irratti ni hirmaatti jedhame
Finfinnee, Amajjii 26 ,2015 (FBC)- Siifan Hasan Maaraatoonii Landan irratti kan hirmaattu ta’uu ibsame.
Dorgommii Olompiikiin fiigicha meetira 5,000 fi 10,000’n meedaaliyaa warqee kan…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan Maaraatoonii Landan 2023 irratti ni hirmaata jedhame
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Atileet Qananiisaa Baqqalaan fiigicha Maaraatoonii Landan 2023 baatii Eeblaatti gaggeeffamurratti kan hirmaatu ta’uu ibsame.
Atileet Qananiisaa Baqqalaan…
Fiigicha mana keessaa Jarmanitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Fiigicha mana keessaa Meetira kuma 3 Jarmanitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu injifataniiru.
Ramaddii dubartootaan…
Atileetonni Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 44ffaaf shaakala taasisaa jiraachuu…
Finfinnee, Amajjii 18, 2015(FBC)- Atileetonni Ityoophiyaa Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 44ffaa Guraandhala 18, 2023 gaggeeffamuuf shaakala taasisaa jiraachuu ibsame.…