Browsing Category
Ispoortii
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) –Gulaallii Waancaa Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii walakkaa xumuraaf darbe.
Keeniyaan…
Maanchiister Yuunaayitiid vs Eevartan…
Finfinnee, Sadaasa 15, 2018 (FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliiz taphoota torbee 12ffaan har’a Maanchiister Yuunaayitiid Eevartan keessummeessa.
Taphni har’a halkan sa’aatii 5:00 eegalee…
Arsenaal 4 – 1 Tootenhaam
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018 (FMC) – Darbiin Kaaba Landan 212ffaan olaantummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal galchii 4 fi 1'n Tootenhaam injifachuun dursummaa isaa cimsateera.…
Fiigichi guddaan Itiyoophiyaa akka guddatuuf ni hojjenna- Kantiibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Sadaasa 14, 2018(FMC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen Fiigichi Guddaan Itiyoophiyaa sadarkaa idil-addunyaatti akka guddatuuf ni hojjenna jedhan.
Aadde…
Cheelsiin Barnileyiin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimizar Liigii torbee 12ffaan Cheelsiin Barnileyiin 2-0'n injifateera.
Peedroo Neetoo fi Eenzoo Farnaandez Cheelsiif galchii…
Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa taphaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifateera.
Istaadiyemii Yuniivarsiitii Hawaasaatti…
Piriimeer Liigii Ingiliziin taphoonni torba ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliz torbee 12ffaan har'a taphoonni torba ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:30 irratti tapha Cheelsiin dirree isaan alatti Baarnileey…
Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskileetii Afrikaa 19ffaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa warqee 2ffaa galmeessite.
Dorgommii daandirraa kiiloomeetira 64.5 dargaggoota…
Ramaddiin moo’atanii darbuu gulaallii waancaa addunyaa biyyoota Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Ramaddiin moo'atanii darbuu gulaallii waancaa addunyaa biyyoota Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan ramaddii 1ffaan Xaaliyaan Aayerlaandi Kaabaa…
Itiyoophiyaan damee atileetiksiin beekamtii lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan damee atileetiksiin Waldaa Atileetiksii Addunyaa irraa beekamtii lama argatteetti.
Itiyoophiyaan beekamtii kan argatte Fiigicha Guddicha…