Browsing Category
Ispoortii
Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaaf darbuu…
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee gareen kubbaa harka Kutaa Magaalaa Qirqoos dorgommii Waancaa Afrikaa Niijeeriitti gaggeeffamuuf darbuu…
Sosochiin Ispoortii kutaalee hawaasa garaagaraa hirmaachise Addabaabaayii Masqalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – "Finfinneen Magaalaa Nageenyaa fi waliin jireenyaati" dhaadannoo jedhuun sosochiin Ispoortii kutaalee hawaasa garaagaraa hirmaachise Addabaabaayii…
Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifate
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tapha Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa magaalaa Baahirdaaritti har’a taasifameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Arbaa Minc injifateera.
Tapha har’a…
Abbootiin murteessummaa Ityoophiyaa 4 gulaallii Waancaa Afrikaa akka taphachiisan filataman
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Abbootiin murteessummaa Ityoophiyaa 4 gulaallii Waancaa Afrikaa Maappuutootti Moozaambikii fi Ruwaandaa gidduutti taphatamu akka taphachiisan…
Gareen kubbaa Miillaa magaalaa Finfinnee yeroo 2ffaaf leenjisaa isaa gaggeesse
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gareen kubbaa Miillaa magaalaa Finfinnee baatiiwwan 6 darban keessatti yeroo 2ffaaf leenjisaa isaa Damissaw Fiqaaduu gaggeesseera.
Garichi rakkoo…
Waancaan Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Waancaan Kubbaa miilaa Addunyaa agarsiisaaf Ityoophiyaa dhufuufi jedhameera.
Waancichi Ityoophiyaa walakkaa baatii Caamsaa akka dhufu beekkameera.…
Dorgommiin Beetkiingii Priimayeer Liigii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan xumurame
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Dorgommiin Beetkiingii Priimayeer Liigii Ityoophiyaa marsaa 3ffaan magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa ture xumurameera.
Marsaa 3ffaa kanaan…
Fiigicha Kiiloo meetira 5 Jarmanitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Eebila 23, 2014 (FBC) – Fiigicha fageenya Kiiloo meetira 5 Jarmanitti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa'aaniiru.
Dorgommii fiigichaa fageenya Kiiloo meetira 5…
Jimmaa Abbaa Jifaar taphoota 7 booda gara injifannootti deebi’e
Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Taphoota Beetkiingii Priimayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 21ffaan Jimmaa Abbaa Jifaar taphoota 7 booda gara injifannootti deebi'eera.
Taphoota…
Dorgommiiwwan fiigicha garaagaraa guyyaa har’aa gaggeeffameen Atleetni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Dorgommiiwwan fiigicha garaagaraa sadarkaa idil addunyaa guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetni Ityoophiyaa milkaa'anirru.
Fiigicha Maaraatoonnii…