Browsing Category
Ispoortii
Obbo Isaayyas Jiraan Ittaanaa Pireezidaantii Seekaafaa ta’uun irra deebiin filataman
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Obbo Isaayyas Jiraan Ittaanaa Pireezidaantii Mana Maree Waldaa Kubbaa Miilaa Bahaafi Giddugala Afrikaa…
Atleet Xiruunesh Dibaabaan turtii waggoota 4 booda gara fiigichaatti deebi’uufi
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Shaampiyoonaan yeroo 3 Olompikii fi Shaampiyoonaan yeroo 5 Shaampiyoonaa Addunyaa Atleet Xiruunesh Dibaabaan turtii waggoota 4 booda gara fiigichaatti…
Sirni Awwaalcha Peelee raawwate
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Sirni awwaalcha mootii kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peelee raawwateera.
Yeroo sadii waancaa addunyaa injifachuun seenaa hojjeteen kan hedduu faarfamu…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaleessaa Ityoophiyaa Morookootti imale
Finfinnee, Mudde 26, 2015(FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaleessaa Ityoophiyaa dorgommii Chaan irratti hirmaachuuf gara Moorookootti imaleera.
Garichi imala isaa jalaqabaa jibti Kaayiroo…
Lammiileen Biraaziil Mootii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Lammiileen Biraaziil mootii fi urjii kubbaa miilaa isaanii Peelee kabajaan gaggeessaniiru.
Peeleen dhibee kaansarii mar’imaaniin dhukkubsachaa…
Dorgommii Paan-Afrikaan Naannoon Oromiyaa koorniyaa lamaaniin shaampiyoonaa ta’e
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Wal morkii manneen barnootaa naannolee guyyoota sadiif Adaamaatti gaggeeffamaa tureen Naannoon Oromiyaa Koorniyaa lameenin Ityoophiyaa bakka bu'uun walmorki…
Piriimaayer Liigii Ingilaandiin Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo…
Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimaayer Liigii Ingilaandii torbee 17ffaa har'a taphatameen Maanchiisteer Yuunaayitiid fi Arseenaal morkattoota isaanii yoo injifatan,…
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Poorchugaal Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii kubbaa miilaa Saa’ud Arabiyaa Al-Naasiritti makame.
Kiristaanoo Ronaaldoon kilabii…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandiin taphoonni torbee kanaa har’aa eegaluun taphataman ni eegamu.
Haaluma kanaan har’a galgala sa’aatii 4:45 eegalee…
Mootiin kubbaa miilaa umrii 82 tti du’aan boqote
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) -"Mootii Kubbaa Miilaa" jedhamuun kan beekamuu taphataan kubbaa miilaa lammii Biraaziil Peeleen umrii waggaa 82 tti du'aan boqoteera.
Peeleen seenaa tapha…