Browsing Category
Ispoortii
Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaan meedaaliyaa warqee 11 argatte
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) –Ityoophiyaan Shaampiyoonaa Teekaawaandoo Idil Addunyaa Afrikaa 2ffaan guyyaa baniinsatti qofa meedaaliyaa warqee 11 argatte.
Shaampiyoonaa Teekaawaandoo…
Obbo Taammiraat Fayyisaan yeroo 2ffaaf Preezdaantii Federeeshinii Teekaawaandoo Afrikaa ta’uun…
Finfinnee, Eebila 1, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Teekaawaandoo Afrikaa obbo Taammiraat Fayyisaa irra deebiin Preezdaantii federeeshinichaa taasisuun filateera.…
Atleet Almaaz Ayyaanaan gara dorgommiiwwan idil addunyaatti deebite
Finfinnee, Bitootessa 26, 2014 (FBC) – Haadha riikkardii meetira kuma 10 kan taate Atleet Almaaz Ayyaanaan gara dorgommiiwwan idil addunyaatti deebiteerti.
Olompiikii Riyoo Biraaziilitti…
Dorgommiiwwan fiigicha Maaraatoonii har’a gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 25, 2014 (FBC) – Dorgommiiwwan fiigicha Maaraatoonii garaagaraa guyyaa har'aa gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu milkaa'aniiru jedhame.…
Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan olaantummaa Kilaba Atleetiksii Raayyaa Ittisaan…
Finfinnee, Bitootessa 24, 2014 (FBC) – Guyyoota Jahaaf Istaadiyeemii magaalaa Hawaasatti gaggeeffamaa kan ture Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa 51ffaan injifannoo waliigalaa Kilaba…
Ramaddiin Waancaa addunyaa Kuwaataar ifoome
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC) – Ramaddiin tapha kubbaa miilaa Waancaa addunyaa Kuwaataar bara 2022 ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Kuwaataar, Neezarlaand, Seeneegaalii fi Ikkuwaadoor…
Kilaarans Seedoorif Waancaa Liigii Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin Finfinnee ni seenu
Finfinnee, Bitootessa 23, 2014 (FBC)- Taphataan sarara gidduu garee kubbaa miilaa biyyoolessaa Neezarlaand duraanii Kilaarans Seedoorif waancaa Shaampiyoonaa Awurooppaa waliin boruu…
Sadarkaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’e
Finfinnee, Bitootessa 22, 2014 (FBC) - Sadarkaa garee Biyyaalessaa biyyoota addunyaa FIFAn baatii kana baaseen gareen biyyaalessa Ityoophiyaa sadarkaa lama gadi bu’eera.…
Shaampiyoonaan Kubbaa Miilaa Afrikaa Seeneegaal waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffatte
Finfinnee, Bitootessa 21, 2014 (FBC) – Seeneegaal, Moorokoo, Gaanaa, Kaameeruunii fi Tuuniziyaaan Afrikaarraa Waancaa Addunyaaf darbuu mirkaneeffataniiru.
Shaampiyoonaan…