Browsing Category
Ispoortii
Tapha Waancaa Addunyaa guyyaa 4ffaan taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 14, 2015(FBC)- Guyyaa har’aa sagantaa taphaa Waancaa Addunyaan taphoonni 4 ni taphatamu.
Haaluma kanaan ramaddii 3ffaa jalaatti kan argaman Beeljeyemii fi Kanaadaan…
Meeksiikoo 0- Poolaand 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Taphni Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Meeksiikoo fi Poolaand gidduutti gaggeeffame goolii malee goolabame.
Taphni garee biyyoota lameen gidduutti…
Kiristaanoo Roonaaldoon Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuufi
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Kiristaanoo Roonaaldoon Waliigalteen kilabii Maanchistar Yuunaatid gadi lakkisuuf ta’uu kilabichi ibse.
Kiristaanoo Roonaaldoon Kilaba Maanchistar…
Tuuniziyaa 0 – Deenimaark 0
Finfinnee, Sadaasa 13, 2015(FBC)- Tapha Kubbaa Miillaa Waancaa Addunyaa 22ffaa Tuuniziyaafi Deenimaark gidduutti gaggeeffameen gareen lameen goolii malee qixa ba’an.
Tapha ramaddii 4ffaan…
Seeneegaal 0 – 2 Neezarlaand
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Addunyaa shaampiyoonaa Afrikaa Seeneegaalii fi Neezarlaandi gidduutti Istaadiyeemii Al Tumaamaatti taphatame olaantummaa Neezarlaadiin…
Ingilaandi 6 – 2 Iraan
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Taphni waancaa Addunyaa 22ffaan Istaadiyeemii Idil addunyaa Kaliifaatti Ingilaandii fi Iraan gidduutti taphatame olaantummaa Ingilaandiin xumurameera.…
Waancaa Addunyaan har’a taphoonni 3 ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 12, 2015 (FBC) – Waancaa Addunyaan har’a Ingilaandi Iraan waliin, Seeneegaal Neezarlaand waliin, Ameerikaan Weelsi waliin ni taphatu.
Tapha waancaa Addunyaa 22ffaa…
Kuwaataar 0 – 2 Ekkuwaadoor
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphni baniinsa Waancaa Addunyaa 22ffaan Kuwaataarii fi Ekkuwaadoor gidduutti taphatame olaantummaa Ekkuwaadooriin xumurameera.
Taphataan Feenarbaachee…
Kaariim Beenzeemaan sababa miidhamaan tapha waancaa Addunyaan ala ta’e
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Taphataan sarara fuulduraa garee biyyaalessaa Faransaay Kariim Benzeemaa shaakallii irra osoo jiruu miidhama isa muudateen Waancaa Addunyaa Kataariin ala…
Waancaan Addunyaa har’a ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Waancaan Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan har'a Kuwaataariitti ni eegala.
Sirni baniinsaa Istaadiyeemii namoota kuma 60 qabachuu danda'u Istaadiyeemii…