Browsing Category
Ispoortii
Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera.
Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha…
Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) –Fiigichi guddaan Ityoophiyaa 22ffaan hirmaattoota kuma 40 hirmaachise magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna jalqabsiisa isaarratti…
Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 10, 2015(FBC)- Yaa’iin waliigalaa Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa 26ffaa Naannoo Afaar magaalaa Samaraatti gaggeeffamaa jira.
Yaa’icharratti Pireezidaantii…
Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegala
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Taphni Waancaa Kubbaa Miilaa Addunyaa 22ffaan Dilbata dhufu Kuwaataariitti ni eegalama.
Taphni waancaa addunyaa 22ffaan qopheessummaa Kuwaataariin…
Fiigichi guddichi atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laate
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015 (FBC) – Fiigichi guddichi Ityoophiyaa sagantaa beekkamtii kennuu 22ffaa qopheesseen atleetotaa fi qooda fudhattootaaf beekkamtii laatera.
Sagantichi kaleessa…
Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e
Finfinnee, Sadaasa 9, 2015(FBC)- Saadiyoo Maaneen sababa miidhamaan tapha Waancaa Addunyaan ala ta’uun mirkanaa’e.
Urjiin duraanii Seneegaal Saadiyoo Maaneen miidhamarraa deebii waancaa…
Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa Miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Jalqabbiin dorgommii gulaallii Kubbaa miilaa marsaa 2ffaa Paan-Afrikaa Guyyaa har'a magaalaa Adaamaa Istaadiyeemii Yuunivarsiitii Saayinsiifi Teeknolojii…
Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Baahir Daar gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2015(FBC)- Sagantaan jalqabsiisa ijaarsa boqonnaa 2ffaa Isteediyeemii Idil Addunyaa Baahir Daar gaggeeffamaa jira.
Saganticharratti Ministira Ministeera…
Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Carraan ramaddii mo’anii darbuu Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan:- Liverpool v Real Madrid
Club Bruges v Benfica
RB…
Maaraatoonii Soweetoo Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2015 (FBC)- Afrikaa Kibbaa Soweetottii dorgommii fiigicha maaraatoonii gaggeeffamerratti Atileetonni Ityoophiyaa olaantummaan xumuraniiru.
Fiigicha…