Browsing Category
Ispoortii
Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 11, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaan Siwiidiin Isloovaakiyaa goolii 1 fi 0n injifatteerti.
Tapha biyyoota ramaddii 'E' jalatti ramadaman…
Taphoota Waancaa Awurooppaan Yuukreen Meqedooniyaa kaabaa,Beeljiyeem Deenmaark injifatan
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC) – Taphoota Waancaa Awurooppaa Yuukreen Meqedooniyaa Kaabaa, Beeljiyeem ammoo Deenmaark goolii 2 fi 1n injifataniiru.
Tapha biyyoota ramaddii 'C'…
Waliigalteen istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuuf dandeessisu mallatta’e
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2013 (FBC)- Komiishiniin Ispoortii FDRI istaadiyeemii magaalaa Finfinnee haaromsuu fi tajaajilaa sadarkaa isaa eeggatee laachuu akka danda’uu taasisuuf waliigaltee…
Tapha Waancaa Awurooppaan Tuurki Weelsiin injifatamte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Tuurkii fi Weelsi gidduutti gaggeeffame olaantummaa Weelsiin xummurameera.
Taphoota biyyoota ramaddii 'A' jalatti…
Tapha Waancaa Awurooppaan Raashiyaan Fiinlaanda injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2013 (FBC) – Taphni Waancaa Awurooppaa Fiinlaandii fi Raashiyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Raashiyaan xumurameera.
Ramaddii 'B' jala kan…
Tapha Waancaa Awurooppaan Poorchuugaal Haangaarii injifaatte
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) - Taphoota Waancaa Awurooppaa Haanagaarii fi Poorchuugaala gidduutti gaggeeffeen Poorchuugaala goolii 3 fi 0n Haangaarii injifatteerti.
Taphoonni…
Tapha Waancaa Awurooppaan Cheek Rippaabliik Iskootlaandi injifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) – Tapha Waancaa Awurooppaa har’a waaree boodaa Iskootlaandii fi Cheek Rippaabliik gidduutti gaggeeffameen Cheek Rippaabliik goolii 2 fi 0n…
Tapha waancaa Awurooppaan Weelsii fi Siwiizarlaand walqixa ba’an
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2013 (FBC) - Tapha waancaa Awurooppaa guyyaa 2ffaa har'a gaggeeffameen Weelsii fi Siwiizarlaand goolii 1 walqixa ba'aniiru.
Tapha Azaarbaajaan magaalaa Baakkuutti…
Atileet Siifan Hasan irra deebiin rikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 4, 2013 (FBC)- Atileet Siifan Hasan irra deebiin riikardii haaraa galmeessitetti.
Atileet Siifan Hasan fiigicha meetira 1500'n Filooreensitti gaggeeffameen daqiiqaa…
Atleet Lattasanbat Giday Meetira kuma 10 Riikkardii Addunyaa haaraa galmeessite
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2013 (FBC) – Atleet Lattasanbat Giday dorgommii fiigicha meetira kuma 10 Riikkardii addunyaa haaraa galmeessite.
Riikkardii haaraa guyyaa sadi dura…