Browsing Category
Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin tapha gulaallii ni…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin tapha gulaallii Shaampiyoonsi Liigii Afrikaaf ni taphata.…
Saadiyoo Maaneen taphataa cimaa Afrikaa bara 2022 ta’uun filatame
Finfinnee, Adoolessa 15, 2014 (FBC) - Taphataan sarara fuuldura garee biyyaalessaa Seeneegaalii fi Liivar Puul duraanii, Baayer Muuniik yeroo ammaa Saadiyoo Maaneen taphataa…
Halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni…
Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 meedaaliyaa Meetii 4ffaa…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Atleet Warqiwuhaa Geetaachoon fiigicha gufachiisaa meetira kuma…
Halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni gaggeefamu
Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa gaggeeffamaa jiruun halkan har’aa dorgommiiwwan Atleetoonni Ityoophiyaa itti hirmaataan 3 ni…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaan Ityoophiyaan gabatee sadarkaa 2ffaarra teesseetti
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffamaa jiruun Ityoophiyaan gabatee sadarkaa 2ffaarra teesseetti.…
Atleet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira kuma 1 fi 500 meedaaliyaa meetii 3ffaa Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Oriiganitti barii kana gaggeeffameen Atleet Gudaaf Tsaggaayeen fiigicha meetira kuma 1 fi 500…
Atleet Lammeechaa Girmaa fiigicha gufachiisaa meetira kuma 3 meedaaliyaa Meetii Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Adoolessa 12, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa 18ffaa Ameerikaa Ooriiganitti gaggeeffameen Atleet Lammeechaa Girmaa Ityoophiyaaf meedaaliyaa Meetii dabalataa…
Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan Ityoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 3ffaa argatte
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaan 18ffaan Atleet Atileet Gooyitiitoom Gabrasillaasee dorgommii Maaraatoonii dubartootaan Meedaaliyaa Warqee 3ffaa…
Himanni Federeeshiniin Atleetiksii Keeniyaa Atleet Lattasanbat Giday irratti dhiyeesse kufaa ta’e
Finfinnee, Adoolessa 11, 2014 (FBC) – Himanni Federeeshiniin Atleetiksii Keeniyaa Atleet Lattasanbat Giday irratti dhiyeesse kufaa ta’eera.
Fiigicha fageenya meetira kuma…