Browsing Category
Ispoortii
Morkii kubbaa miilaa waraana fakkaatu tapha Eelkilaasikoo 250ffaa
Finfinnee, Onkololeessa 6, 2015 (FBC)- Tapha Laaligaa Ispeen torbee 9ffaan Riyaal Maadiridii fi Baarseloonaan ijibbaata kubbaa miilaa Eelkilaasikoon walkeessummeessu.
Tapha hawwattummaan…
Somaaliyaan Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii taate
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) – Tapha xumuraa har'a gaggeeffameen Somaaliyaan Sudaan Kibbaa goolii 3 fi 1n injifachuu Shaamiyoonaa seekaafaa umrii waggaa 17 gadii bara 2022…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Torbee 11ffaan galgala har’aa eegalee ni gaggeeffama
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2015 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Torbee 11ffaan tapha har’a galgala Bireentifoordii fi Biraayitan gidduutti taphatamuun eegalama.
Boru…
Arsenaal 3 – 2 Liivar Puul
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaand Arsenaalii fi Liivar Puul gidduutti gaggeeffame olaantummaa Arsenaaliin xumurame.
Taphoota Piriimayeer Liigii…
Tapha Seekaafaan Sudaan Kibbaa Walakkaa xumuraaf dabarte
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Tapha Kubbaa miilaa Giddu galaa fi Baha Afrikaa umrii waggaa 17 gadii qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffammaa jiruun Sudaan Kibbaa walakkaa xumuraaf…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin har’a Beellamni Arseenaalii fi Liveerpuul ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 29, 2015 (FBC) - Taphoota Piriimeerliigii Ingilaandi torbee10ffaan taphni har'a Arseenaalii fi Liveerpuul gidduutti gaggeeffamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.…
Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa Hoosaanaa milkaa’aniiru.
Guyyaa har’aa taphoonni…
Atileet Taayyee Girmaan dorgommii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkame
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Atileet Taayyee Girmaa qoricha si’eessituu qaamaa fudhachuusaatiin gosa dorgommii ispoortii kamirraayyuu waggaa 5fi baatii 4’f dhorkamuu Abbaan…
Har’a sa’aatii 10:00 irraa eegalee Ityoophiyaa – Somaaliyaa
Finfinnee, Fulbaana 23, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har’a gita isaa Somaaliyaa waliin ni taphata.
Gulaallii waancaa Seekaafaaf Gareen…
Maanchistar Siitii 6 – Maanchistar Yuunaayitid 3
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015 (FBC)- Taphni Pirimeerliigii Ingilaandi torbee 9ffaa guyyaa har’aa Maanchistar Siitiifi Maanchistar Yuunaayitid gidduutti taphatame olaantummaa Maanchistar…