Browsing Category
Ispoortii
Tootanahaam 1- 1 Maanchiisteer
Finfinnee, Waxabajjii 13, 2012 (FCB) –Taphni Priimiyar Liigii Ingilaandiin tarbee 30ffaa Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatame qixaan golobame.
Taphni…
Taphni galgala kana Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo…
Finfinnee, Waxabajjii 12, 2012 (FBC) – Priimiyar Liigii Ingilaandiin taphni galgala kana Tootanahamii fi Maanchisteer Yuunaaytiid gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo olaanaa argateera.…
Priimiyar Liigiin Ingilaand guyyoota 100 bood har’a ni eegala
Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Taphoonni Priimiyar Liigii Ingilaand guyyoota 100n booda galgala har’aa ni eegalamu.
Priimiyar liigichi galgala har’aa sa’atti 2:00 irraa…
Laaliigichaan Riyaal Maadriid injifateera
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Laaliigaa Speenin kaleessa taphoonni 3 gaggeeffamaniiru.
Riyaal Maadriid, Eebaar keessummeessuun mirgaan galeera.
Maadriid…
Laaligaa Ispeeniin edana taphoonni lama gaggeeffameera
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Laaligaa Ispeeniin Giraanaadaan yoo moo’atu, Kooppaa Itaaliin Juuveentus xumuraaf ga’e.
Dirree isaarratti Geetaafee kan keessummeesse…
Baatii sadiin booda laaligaan Ispeen eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture taphoonni kubbaa miilaa laaligaa Ispeen Baatii sadiin booda eegalame.
Laaligaan…
Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse.
Kilabichi koontiraata jifataa lammii Naayjeeriyaa Oodiyoon Iigaaloon…
Taphoonni Priimiyar Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 ni eegalamu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Taphoonni kubbaa miilaa Priimiyer Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 akka eegalu murtaa’uu ibsame.
Liigichi guyyaa kana tapha Maanchistar…
Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo boqate
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo Addaamuu umriisaa waggaa 55ffaatti boqachuun, kaleessa sirni awwaalchaasaa raawwatameera.
Federeeshiniin…
Taphataan kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaa duraanii Tasfaayee Urgeechoo boqote
Finfinnee, Caamsaa 5,2012(FBC) – Taphaataan kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa duraanii fi garee Qidduus Giiyoorgiis Tasfaayee Urgeecchoo boqote.
Ameerikaa jiraachaa kan…