Browsing Category
Ispoortii
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan Warqee jalqabaa argatte
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 22ffaan Ityoophiyaan meedaaliyaawwan Warqee fi Meetii jalqabaa argatteetti.
Meedaaliyaawwan kunneen kan…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan jalqabame
Finfinnee, Waxabajjii 1, 2014 (FBC) – Mooriishiyeetitti kan gaggeeffamu Shaampiyoonaan Atileetiksii Afrikaa 22ffaan har’a eegaleera.
Shaampiyoonaa atileetiksii kanarratti…
Gareen Kubbaa miilaa dubartootaa biyyaalessaa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii Waancaa Addunyaa…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2014 (FBC) –Taphni gulaallii waancaa Addunyaa har'a Gareen Kubbaa Miilaa dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 17 gadii gita isaa Naayijeeriyaa waliin…
Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha meetira 1500 Faransaay Moontiriil Tuuritti gaggeeffameen Dirribee Waltajjii injifatteerti.
Dirribeen dorgommicha daqiiqaa 3,…
Zaanzibaar 0 – 5 Ityoophiyaa
Finfinnee, Caamsaa 25, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha waancaa Seekaafaa gita isaa Zaanzibaar waliin taphate goolii 5 fi 0n injifate.…
Kilabni Kubbaa Miilaa Sokorruu Shaampiyoonaa liigii Olaanoo Oromiyaa ta’e
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Tapha liigii Olaanoo Oromiyaa Magaalaa Jimmaatti kilaboota 26 hirmachisuun gaggeeffamaa tureen kilabni kubbaa miilaa Magaalaa Sokorruu Shaampiyoonaa…
Leenjisaa Wubatuu Abaataan taphattoota 5 hir’isan
Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) - Leenjisaa Wubatuu Abaataa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa keessaa taphattoota 5 hir’isuun isaanii beekame.
Gareen Kubbaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin qixa xumuran
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa gita isaanii Leeseetoo waliin taphaa madaallii ga’umsaa 2ffaatiin 1-1 qixa xumuraniiru.
Tapha…
Juubaatti dorgommii fiigichaa kabachiistota nageenyaa idil addunyaa gidduutti gaggeeffameen loltuu…
Finfinnee, Caamsaa 22, 2014 (FBC)- Suudaan Kibbaa Juubaatti dorgommii fiigichaa kiiloo meetira 12 miseensota kabachiistota nageenyaa idil addunyaa biyyoota 120 irraa walitti babba’an…
Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti gaggeeffamuu…
Finfinnee, Caamsaa 21, 2014 (FBC) - Olompikiiin dargaggoota biyyaalessaa jalqabaa Istaadiyeemii Yuunvarsiitii Hawaasaatti eegalameera.
Dorgommicharratti naannoo Amaaraan ala naannoleen…