Browsing Category
Ispoortii
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 6ffaan boru taphoonni 8 waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegaluun ni taphatamu.
Taphoota shanan hanga…
Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa har’a Ruwaandaatti imala
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha deebii gulaallii CAF torbe dhumaa taphachuuf har’a gara Ruwaandaatti imala.
Garichi Dilbata dhufu…
FIFAn Liidiyaa Taaffaseef waamicha dhiyeesse
Finfinnee, Hagayya 24, (FBC) – Haadha Murteessummaa Kubbaa Miilaa Liidiyaa Taaffaseef dorgommii waancaa addunyaa umrii waggaa 17 gadiirraa waamicha taasiifameefiira.…
Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan har’a taphoonni 4 ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 24, 2014 (FBC) - Piriimayeer Liigii Ingilaand torbee 5ffaan galgala sa’aatii 3:30 eegalee taphoonni 4 ni taphatamu.
Taphni Saawuuzhamtoonii fi Cheelsii…
Fiigicha Maaraatoonii eda gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aan
Finfinnee, Hagayya 23, 2014 (FBC) – Fiigicha Maaraatoonii halkan edaa biyyoota garaagaaraatti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.
Walakkaa maaraatoonii Intiriimitti…
Federeeshinichi bu’aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomse
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa bu'aa filannoo miseensota hojii raawwachiiftuu ifoomseera.
Miseensota koree hojii raawwachiiftuu dhiirootaa…
Obbo Isaayyaas Jiraa Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filataman
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Obbo Isaayyaas Jiraa irra deebiin Pireezidaantii Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa ta’uun filatamaniiru.
Filannoo pireezdaantii kubbaa miilaa…
Yaa’iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Yaa'iin Filannoo waliigalaa Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa Finfinnee Galma Walga'ii Komishinii Diinagdee Afrikaatti gaggeeffamaa jira.…
Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi Torbee 4ffaan har'a waaree booda sa'aatii 8:30 eegaluun ni taphatamu.
Saa'aatii 8:30 eegalee Saawuzhaamtoon…
Ityoophiyaa 0 – Ruwaandaa 0
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Tapha gulaalli Chaan Ityoophiyaa fi Ruwaandaa gidduutti Taanzaaniyaa Dareesalaamiitti gaggeeffameen 0 fi 0 qixa ba’aniiru.
Taphni jalqabaa gulaallii…