Browsing Category
Ispoortii
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa boru gara Taanzaaniyaatti imala
Finfinnee, Hagayya 17, 2014 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa gulaallii waancaa biyyoota Afrikaa (Chaan) irratti hirmaachuuf guyyaa boruu gara Taanzaaniyaatti ni imala.
Garichi…
Yuunaayitiid 2 -1 Liivar Puul
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni gareewwan masaanuu olaantummaa Maanchiisteer Yuunaayitiidiin xumurame.
Taphni 200ffaan garee lamaanii injifannoo Maanchiisteer Yuunaayitiidiin…
Tapha Maanchiisteer Yuunaayitiidii fi Liivar Puul har’aa
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Taphni Piriimaayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa Maanchiisteer Yunaayitidii fi Liivar Puul gidduutti har'a halkan sa'atii 4:00'tti taasifamu…
Atileetonni Ityoophiyaa dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziiliifi Arjentiinaatti…
Finfinnee, Hagayya 16, 2014(FBC) - Dorgommii fiigichaa walakkaa maraatoonii Biraaziil Riyoo Dii Jeneri’oo fi Arjentiinaa Boonas Ayirasitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa…
Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har’a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu,…
Finfinnee, Hagayya 15, 2014 (FBC) – Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a gaggeeffameen Cheelsiin yoo injifatamu, Maanchiisteer Siitiin qixa ba'eera.
Tapha har'a waaree booda…
Piriimayeer Liigii Ingilaandiin Arsenaal, Kiristaal Paalaasii fi Tootanihaam morkattoota isaanii yoo…
Finfinnee, Hagayya 14, 2014 (FBC) –Taphoota Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaa har'a gaggeeffameen Arsenaal,Kiristaal Paalaasii fi Tootanihaam morkattoota isaanii yoo injifatan…
Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Shaampiyoonaa Umrii 17 gadii ta’an
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Naannoon Oromiyaa fi Baankiin Daldalaa Ityoophiyaa shaampiyoonaa umrii 17 gadii naannoolee fi kilabootaa ta’aniiru.
Taphaa xumuraa naannolee gidduutti…
Ityoophiyaa 1- 0 Ugaandaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Tapha madaallii ga'umsaa har'a gaggeeffameen Gareen Kubbaa Miilaa Dhiirotaa Biyyaalessa Ityoophiyaa gita isaa Ugaandaa 1fi O injifateera.
Goolii…
Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boruu eegale ni taphatamu
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Taphoonni Piriimayer Liigii Ingilaandi torbee 3ffaan Boru sa’aatii 8:30 eegalee ni taphatamu.
Taphni torbee 3ffaa kun boru waaree booda…
Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera.
Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa…