Browsing Category
Ispoortii
Waldorgommiin atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Sulultaatti…
Finfinnee, Amajjii 23, 2013 (FBC)- Waldorgommiin Atileetiksii qaxxamuura idil addunyaa fi biyyaa 38ffaan Jaanmeedaa Godina Addaa Naannawa Finfinnee magaalaa Sulultaatti gaggeffameera.…
Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu boqatan
Finfinnee, Amajjii 21, 2013 (FBC)- Abbaan murtii atileetiksii fi leenjisaan obbo Isheetuu Bayyuu addunyaarra kanarra du’aan boqachu Federeshiniin Atileetiksii Ityoophiyaa beeksise.…
Cheelsiin Firaank Laampaard gaggeesse
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Lixa Landan Cheelsiin Leenjisaa isaa Firaank Laampaard gaggeessuu ibsame.
Taphataa cimaa kilabicha kan turan Firaank…
Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 9ffaa har’a gaggeeffameen Dirree Dawaan yoo injifatu,Hadiyyaa fi Hawaasaan goolii malee…
Dorgommiin Liigii Kubbaa Miilaa Dubartoota Oromiyaa Marsaa 3ffaan kaleessa Magaalaa Ambootti…
Finfinnee, Amajjii 17, 2013 (FBC ) – Dorgommiin Liigii Kubbaa Miilaa Dubartoota Oromiyaa Marsaa 3ffaan kaleessa Magaalaa Ambootti eegalame.
Dorgommicha irratti Kilaboonni kubbaa Miilaa…
Godina Jimmaa fi Shawaa Kaabaatti Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa fi Shawaa Kaabaatti Shaampiyoonaan waldorgommii Ispoortii Aadaa gaggeeffamuu eegaleera.
Shaampiyoonaan wal dorgommii Ispoortii Aadaa…
Taphoota Priimiiyarligii Ingiiland torbee 19ffaa kalessaa taphatameen Leestar Siitiin Cheelsii…
Finfinnee, Amajjii 12, 2013 (FBC ) –Taphoota Priimiiyarligii Ingiiland torbee 19ffaa kalessaa taphatameen Leestar Siitiin Cheelsii injifate.
Piriimiiyarligii Ingiiland torbee 19ffaa…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaan Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan…
Finfinnee, Amajjii 11, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee 8ffaa har’a gaggeeffameen Qidduus Giyoorgisii fi magaalaan Bahaar Daar morkattoota isaanii…
Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’e
Finfinnee, Amajjii 5, 2013 (FBC) – Hojii Suphaa Istaadiyeemii magaalaa Finfinnee raawwachuuf waliigalteen mallattaa’uu Komishiniin Ispoortii Ityoophiyaa beeksise.
Dhaabbanni…
Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan sadarkaa magaalaatti gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 2, 2013 (FBC)- Sochiin Ispoortii qaama marsaa 3ffaan mata duree “nageenya biyya kiyyaaf nan dhaabbadhaa,Raayyaa Ittisa Biyyaaf dursa nan kennaa,” jedhuun qopheessummaa…