Browsing Category
Ispoortii
Gareen Biyyaalessaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu…
Finfinnee, Gurraandhala 7, 2014 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa ga’umsa gulaallii Waancaa addunyaarratti agarsiise Waancaa Afrikaarratti dabaluu hin…
Shaampiyoonaan qaxxaamura biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffame
Finfinnee, Gurraandhala 6, 2014 (FBC) - Shaampiyoonaan Hurufa Boombii 39ffaan qaxxaamurri biyyaa idil addunyaa Baha Afrikaa 1ffaan Hurufa Boombitti gaggeeffameera.
Fiigichicha dura…
Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa…
Finfinnee, Gurraandhala 5, 2014 (FBC) – Dorgommii fiigicha Maaraatoonii har’a magaalaa Leegositti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniya lamaaniinuu
milkaa’aniiru.
Dorgommii…
Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa Ityoophiyaa 19ffaan magaalaa Dabra Birihaanitti ni gaggeeffama
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 19ffaa fi Feestivaalli aadaa 15ffaan biyyaalessaa qopheessummaa magaalaa Dabra Birihaaniin Dilbata dhufuu eegalee kan…
Kilaboota Betkiing Primeer liigii Ityoophiyaa sadirratti adabbiin darbe
Finfinnee, Gurraandhala 1, 2014 (FBC)- Kilaboonni Betkiing primeer liigii Ityoophiyaa naamusa pirimeer liigii cabsan sadirratti adabbiin darbeera.
Kilaboonnii kunniinis kilaba kubbaa…
Seeneegaal shaampiyoonaa Waancaa Afrikaa 33ffaa taate
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaa halkan kana Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal Ijipti rukkuttaa adda bahiinsan injifachuun…
Taphni xumuraa waancaa Afrikaa har’a galgala ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 29, 2014 (FBC) - Taphni xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har'a galgala sa'aatii 4:00 irraa eegalee Seeneegaalii fi Ijipti gidduutti ni gaggeeffama.
Ijipti yeroo torba…
Ityoophiyaa 2- 0 Taanzaaniyaa
Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) - Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har'a waaree booda Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa…
Seeneegaal tapha xumuraa Waancaa Afrikaa 33ffaaf dabarte
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) - Tapha moo'anii darbuu walakkaa xumuraa halkan kana Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffameen Seeneegaal goolii 3 fi 1n injifachuun tapha…
Taphni walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti ni gaggeeffama
Finfinnee, Amajjii 25, 2014 (FBC) – Taphni moo'anii darbuu walakkaa xumuraa waancaa Afrikaa 33ffaa har’a Burkiinaafaasoo fi Seeneegaal gidduutti gaggeeffamu xiyyeefffannoo argateera.…