Browsing Category
Ispoortii
Atleet Lattasanbat Giday fiigicha meetira 5000 Speen Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen riikardii…
Finfinnee, Fulbaana 28, 2013 (FBC) - Atleet Lattasanbat Giday fiigicha meetira kuma shanii Speen Vaaleenshiyaatti gaggeeffameen riikardii adduunyaa cabsite
Atleetittiin 14 ፡…
Tamsaasni kallattii Teeleeviizhiinii fi moggasni dorgommii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Doolaara…
Finfinnee, Fulbaana 27, 2013 (FBC) – Tamsaasni kallattii Teeleeviizhiinii fi moggasni dorgommii Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Doolaara miiliyoona 22.5nitti gurguramuu Koomishinnin…
Dorgommiin Priimeyar Liigii kubbaa miilaa dhiiroota Ityoophiyaa baatii Muddee ni eegala
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Dorgommiin Priimeyar Liigii kubbaa miilaa dhiiroota Ityoophiyaa baatii Muddee 3, 2013 akka eegaluu Sheer kaampaaniin Priimeyar Liigii Ityoophiyaa…
Jilli Atleetiksii maaraatoonii Landan 40ffaa irratti hirmate har’a ganama gara biyyaa deebi’e
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Jilli Atleetiksii maaraatoonii Landan 40ffaa irratti hirmate har’a ganama gara biyyaa deebi’eera.
Jilli maaraatoonii Landan sadarkaa…
Jijjiirraa taphattootaa guyyaa xumuraan ‘Thomas Partey’ Arseenaal, ‘Facundo Pellistri’ Maanchiister…
Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC ) – Fooddaan jijjiirraa taphattootaa liigoota Awrooppaa bara 2020/21 marsaaan duraa eda galgala xumurameera.
Guyyaa kaleessaa ‘Thomas Partey’…
Taphattoonni garee Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa 5 vaayrasii koroonaan qabaman
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa taphattootaa garee biyyaaleessaaf akka taphatan waamicha taasiiseef 36 keessaa 5 vaayrasii koroonaan qabamuu…
Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 4ffaan qabxii ajaa’ibsiisaan galmaa’e
Finfinnee, Fulbaana 25, 2013 (FBC) - Taphoota Priimeyar Liigii Ingilaand torbee 4ffaa kaleessa taphatameen Liivaar Puulii fi Maanchiisteer Yuunaayitiid garaagarummaa goolii hedduun…
Atileet Shuraa Qixxaataa maraatoonii Landan 2020 injifate
Finfinnee, Fulbaana 24, 2013 (FBC) - Atileet Shuraa Qixxaataa Maraatoonii Landan 2020 fageenyaa sa'aatii 2:05:41injifateera.
Atileetiin lammii Keeniyaa Vincent Kipchumna sadarkaa 2ffaan…
Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan
Finfinnee, Fulbaana 20, 2013 (FBC) – Leenjisaan Wubat Abaataa taphattoota 40f waamicha taasisan.
Haaraa kan muudaman leenjisaan garee Biyyaalessaa dhiroota Ityoophiyaa leenjisaa…
Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an
Finfinnee, Fulbaana 18, 2013 (FBC)- Wubatuu Abaataan leenjisaa garee biyyoolessaa Ityoophiyaa ta’an.
Leenjisaa Wubatuun waggoota lamaaf garicha tajaajiluuf koontiraata seenaniiru.…