Browsing Category
Ispoortii
Waldorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii aadaa 27 magaalaa Ficheetti eegale
Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Waldorgommiin Shaampiyoona Ispoortii aadaa 27 godina Shawaa Kaabaa magaalaa Ficheetti eegaleera.
Waldorgommii Ispoortii Aadaa kanarratti tapha baniinsa…
Ityoophiyaa 0 – 1 Keeppi Vardee
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa 33ffaa Ityoophiyaa fi Keeppi Vardee gidduutti gaggeeffame olaantummaa Keeppi Vardeen xumurameera.
Taphni eegalamee…
Kaameeruun 2 – 1 Burkiinaa Faasoo
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Taphni baniinsaa waancaa Afrikaa 33ffaa Kaameerunii fi Burkiinaa Faasoo gidduutti gaggeeffame olaantummaa Kaameeruuniin xumurameera.
Gustaavoo…
Gareen kubbaa Miillaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala taasisa
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Gareen kubbaa Miillaa biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii jalqabaa Waancaa Afrikaa har’a galgala sa’aatii 4:00 irratti ni taasisa.
Garichi garee…
Waancaan Afrikaa 33ffaan har’a Kaameeruunitti ni eegala
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Waancaa Afrikaa 33ffaa bara kana gaggeeffamuun biyyoonni 24 ramaddii 6'tti qoodamanii waliin morkatu.
Taphattoonni liigoota gurguddoo biyyoota…
Gareen Kubbaa Biyyaalessa Ityoophiyaa boru tapha jalqabaa Waancaa Afrikaa Keeppi Vardee waliin ni…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Leenjisaan olaanaan Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Wubatuu Abaatee fi dursaan garicha Geetaanehi Kabbadaan qophii garichaa fi haala waqtaawaa…
Dorgommii Fiigichaa Xaaliyaaniitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Dorgommii Fiigichaa qaxxaamura biyyaa Xaaliyaaniitti gaggeeffameen Atileetonni Ityoophiyaa injifatan.
Dorgommichaan Atileet Daawwit Siyyumii fi Yihuunee…
Feestivaalli Ispoortii Aadaa Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti eegale
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC) – Feestivaalli Ispoortii Aadaa 12ffaan gosa Ispoortii 10 dorgomamu Magaalaa Finfinnee Hurufa Boombiitti eegaleera.
Ispoortiin aadaa…
Sochiin Ispoortii hawaasa Diyaaspooraa fi waldaalee Ispoortii magaala Finfinnee hirmaachise…
Finfinnee, Muddee 24, 2014 (FBC) - "Hirmaannaan Diyaasporaa Injifannoo Biyyoolessaatiif " mata duree jedhuun Sochiin Ispoortii hawaasa Diyaaspooraa fi waldaalee Ispoortii Magaalaa…
Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 5 gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa riikkardii cibsuun…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) – Fiigicha daandirraa Kiiloo Meetira 5 gaggeeffameen Atleet Barrihuun Aragaawii fi Atleet Ijjigaayyoo Taayyee riikkardii fageenyichaa fooyyeessun…