Browsing Category
Ispoortii
Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Fiigichi guddaa Ityoophiyaa 21ffaan nagaan xumuramuu Poolisiin magaalaa Finfinnee beeksiseera.
Qaamoleen Ityoophiyaan nagaa miti jechuun olola oofan…
Shaapiyoonaan Ispoortii aadaa Oromiyaa eegalame
Finfinnee, Amajjii 14, 2014 (FBC) –Shaampiyoonaan Ispoortii Aadaa fi Feestivaalli Aadaa Oromiyaa guyyoota 10f turu Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee, Magaalaa Sandaafaatti…
Aljeeriyaan tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa ala taate
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura marsaa jalqabaa galgala kana taphatameen Ayvoorii Koosti Aljeeriyaa yoo injifattu Ikuwaatooriyaal Giiniin…
Preezdaant Saahilawarq garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka…
Finfinnee, Amajjii 12, 2014 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee garee Biyyoolessaa Ityoophiyaa Afrikaatti dorgommi Kubbaa harka Wilchariirratti hirmaataan jajjabeessaaniiru.…
Taphoota Waancaa Afrikaa halkan kana taphatameen Naayijeeriyaa fi Gibtsi morkattoota isaanii…
Finfinnee, Amajjii 11, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa ramaddii xumura halkan kana taphatameen Naayijeeriyaan Giinii Bisaw yoo injifattu, Gibtsi Sudaan injifatteerti.…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii yoo injifattu Seeneegaal…
Finfinnee, Amajjii 10, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a gaggeeffameen Zumbaabuween Giinii 2 fi 1 yoo injifattu Seeneegaal Maalaawwii waliin goolii malee qixata ba'aaniiru.…
Buurkiinaafaasoo 1 – 1 Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Taphni Waancaa Afrikaa ramaddiin xumuraa har'a Buurkiinaafaasoo Ityoophiyaa gidduutti taphatame goolii 1 qixaan xumurame.
Goolii Siiriiyil Baayyaalaan…
Galgala har’aa Burkinaafaasoo Vs Ityoophiyaa
Finfinnee, Amajjii 9, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa Ityoophiyaa tapha ramaddii xumuraa har’a galgala Burkinaafaasoo waliin ni taphata.
Taphoota lamaan…
Taphoota Waancaa Afrikaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooritaaniyaa…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har'a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooriitaaniyaa yoo injifatu Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin…
Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Godina Shawaa Kaabaa guyyoota sagaliif gaggeeffamaa ture har’a…
Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) - Shampiyoonaan Ispoortii Aadaa Aanalee Godina Shawaa Kaabaa kudha sadii fi Bulchiinsa Magaalaa tokko jidduutti gosoota ispoortii aadaa Shaniin guyyoota…