Browsing Category
Ispoortii
Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa uumeen dheerate
Finfinnee, Onkololeessa 15, 2014 (FBC) - Maraatooniin Beejiing yaaddoo weerarri Vaayrasii Koroonaa Deeltaa jedhamu uumeen dheerachuu koreen qopheessaa dorgommichaa beeksise.…
Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatooniin riikkardii haaraa galmeessite
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2014 (FBC) - Atleet Latasanbat Gidey walakkaa maaraatoonii Vaaleenshiyaatti fiiggameen riikkardii haaraa galmeessifte.
Atleet Latasanbat Gidey dorgomicha…
Sagantaan dorgommii dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Seekaafaa ifoome
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Sagantaan dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii Biyyoota Bahaa fi Giddugala Afrikaa qopheessummaa Ugaandaan…
Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta’uun muudame
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) –Taphataan kubbaa miilaa Cheelsii duraanii lammiin Kootidivaaher Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta'uun…
Kiristiyaanoo Roonaaldoon lakkoofsa haatrikii isaa 58 geessise
Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) - Taphataan sarara Fuulduraa lammii Poorchugaalii fi Kilaba Maanchister Yuunaayiitid Kiristiyaanoo Roonaaldoon jaarraa kana keessa taphataa…
Afrikaa Kibbaa 1 -0 Ityoophiyaa
Finfinnee, Onkololeessa 2, 2014 (FBC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Ityoophiyaa Gita isaa Afrikaa Kibbaan injifatameera.
Tapha gulaallii Waancaa addunyaa har'a Afrikaa Kibbaa…
Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1’n xumurame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2014(FBC)-Taphni Waaliyaawwanii fi Baafana Baafanaa injifannoo Baafana Baafanaan 3 fi 1'n xumurameera.
Waaliyaawwan Baafana Baafanaarratti olaantummaa…
Gareen kubbaa miillaa Waaliyaa Gulaallii Waancaa addunyatif boruu ni taphatu
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen Biyyaalessa kubbaa miillaa Ityoophiyaa Waaliyaan gulaallii sadaffaa Waancaa addunyatiif guyyaa boruu Magaalaa Baahir Daaritti garee kubbaa miillaa…
Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa Baahir Daariin gale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2014 (FBC)- Gareen kubbaa Miillaa Afrikaa Kibbaa magaalaa Baahir Daariin galuu ibsameera.
Garichi tapha gulaallii waancaa addunyaaf garee biyyaalessaa Ityoophiyaa…
Atileet Sisaay Lammaa Maraatoonii Landaan injifate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2014 (FBC)- Atileet Sisaay Lammaa dorgommi Maraatoonii dhiiroota 2021 har’a Landaanitti gaggeeffamee injifateera.
Atileetichi saa’aatii 2 daqiiqaa 4 fi seekoondii…