Browsing Category
Ispoortii
Faasiil Kanamaan magaalaa Baahir Daar waliin qixa ba’e
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa Faasiil Kanamaan magaalaa Baahir Daar waliin qixa ba’eera.
Sa’aatii 10 irratti kan eegalee taphichii…
Walga’iin Mana Maree Ispoortii Biyyaalessaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Eebila 5, 2013 (FBC) – Walga’iin Mana Maree Ispoortii Biyyaalessaa Hoteela Iskaay Laayitiiti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga’icharratti Ministirri Ministeera Aadaa fi…
Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa injifate
Finfinnee, Eebla 4, 2013 (FBC)- Walaayittaa Diichaa Magaalaa Dirree Dawaa3 fi 1n injifate.
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee18ffaa har’a gaggeeffameen…
Dorgommiin liigii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa olaantummaa kilaba kubbaa miilaa Magaalaa…
Finfinnee, Eebila 3, 2013 (FBC) -- Shaampiyoonaan moo'a moo'attootaa liigii kilaboota kubbaa miilaa Oromiyaa guyyoota 15f gaggeeffaammaa ture olaantummaa kilaba kubbaa miilaa Magaalaa…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee…
Finfinnee, Eebla 1, 2013 (FBC)- Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Magaalaan Walqixxee Magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…
Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar injifatame
Finfinnee, Bitootessa 30, 2013 (FBC) – Taphoota Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa torbee16ffaa har’a gaggeeffameen Jimmaa Abbaa Jifaar magaalaa Dirree Dawaan injifatameera.…
Taphoonni Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa har’aa eegalee Magaalaa Dirree Dawaatti ni…
Finfinnee, Bitootessa 29, 2013 (FBC) - Taphoonni Beetkiing Priimeyar Liigii Ityoophiyaa marsaa 4ffaan har’aa eegalee Magaalaa Dirree Dawaatti kan taphatamu ta’uu ibsameera.…
Dorgommiin Shaampiyoonaan Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 28, 2013 (FBC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Atleetiksii Ityoophiyaa waggaa 50ffaan Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Sirna baniinsa…