Browsing Category
Ispoortii
Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaan Ugaandaan Koongoo waliin qixa ba’an
Finfinnee, Adooleessa 11, 2013 (FBC) – Tapha Kubbaa Miilaa Seekaafaa umrii waggaa 23 gadii Istaadiyeemii magaalaa Bahaar Daaritti gaggeeffamaa jiruun Ugaandaan Koongoo waliin 0 fi 0n qixa…
Ityoophiyaa 3-3 Eertiriyaa
Finfinnee, Adooleessa 10, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha Kubbaa miilaa biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa ‘Seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Ityoophiyaa Eertiriyaa gedduutti gaggeeffame 3…
Dorgommiin ‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu ni eegalama
Finfinnee, Adooleessa 8, 2013 (FBC) – Dorgommiin tapha kubbaa miilaa biyyoota Giddugaleesssa fi Baha Afrikaa‘seekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii Sanbata dhufu Istaadiyeemii magaalaa…
Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii magaalaa Bahaar Daar ga’e
Finfinnee, Adooleessa 7, 2013 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Keeniyaa Umrii waggaa 23 gadii dorgommii ‘Sekaafaa’ irratti hirmaatu wayita magaalaa Bahaar Daar ga’u…
Qabxii Gaarii galmeessuun maqaa Ityoophiyaa addunyaarratti waamsiisuuf qophoofneerra – K/A Daraartuu…
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Olompikii Tookiiyoorratti qabxii gaarii galmeessuun maqaa Ityoophiyaa addabaabayyii Addunyaa irratti waamsiisuuf qophoofneerra jedhan…
Ramaddiin dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa gadii 23 ba’e
Finfinnee, Adooleessa 6, 2013 (FBC) – Ramaddiin dorgommii Tapha Kubbaa Miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii ifoomeera.
Tapha Kubbaa miilaa ‘Sekaafaa’ umrii waggaa 23 gadii…
Aministii Intarnaashinaal dabalatee dhaabbileen idila addunyaa arrabsoo sanyummaa taphattoota…
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) - Aministii Intarnaashinaal dabalatee dhaabbileen idil addunyaa fi Muummeen Ministiraa Ingilaandi arrabsoo sanyummaa taphattoota kubbaa miilaa bifaan…
Xaaliyaaniin Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taate
Finfinnee, Adooleessa 5, 2013 (FBC) – Xaaliyaaniin Ingiliiz injifachuun Shaampiyoonaa Waancaa Awurooppaa taateerti.
Tapha xumuraa Istaadiyeemii Weembileeyitti halkan edaa…
Adaamaa, Abbaa Jifaarii fi Walqixxeen Priimeyar Liigii Ityoophiyaatti deebi’uu mirkaneeffatan
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Bara dhufu kilaboonni naannoo Tigraay Priimeyar Liigii Ityoophiyarratti kan hin hirmaanne ta'uu isaaniitiin kilaboonni bara darbe Priimeyar liigii…
Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Shaampiyoonaa taate
Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) –Tapha Waancaa Kooppaa Ameerikaan Arjentiinaan Biraaziil goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa taateerti.
Gareen Biyyaalessa Arjentiinaa waggoota 28…