Browsing Category
Ispoortii
Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi
Finfinnee, Hagayyaa 15, 2012 (FBC) – Dorgommiin priimiyar liigii Ityoophiyaa gurguramuufi.
Aksiyoonni priimiyar liigichaa dorgommicha qaamolee miidiyaa televiizhiniin dabarsuu…
Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe
Finfinnee, Hagayyaa 14, 2012 (FBC) – Baayar Muuniik, Liyoon 3f 0dhaan injifachuun xumura shaampiyoons liigii Awrooppaaf darbe.
Kilabiin Jarman Baayar Muuniik tapha xumura…
Roonaald Kiiyuuman leenjisa Baarseeloonaa ta’an
Finfinnee, Hagayyaa 13, 2012 (FBC) – Roonaald Kiiyuuman leenjisaa Kilaba Ispeen Baarseeloonaan ta’uun muudadaman.
Leenjisaan duraanii garichaa Kiikee Seetiiyeen erga…
Shaampiyoons liigii Awrooppaan PSG xumuraaf ga’e
Finfinnee, Hagayya 12, 2012 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoons Liigii Awrooppaa eda galgala taphatameen Paariis Seent Jarmeen RB Laaypiziig injifachuun xumuraf ga’e.
Paariis…
Maanchiisteer Yuunaayiitiid Liigii Awrooppaa ala ta’e
Finfinnee, Hagayya 11, 2012 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa eda galgala taphatameen Maanchiisteer Seeviyaan injifatamuun liigichaa ala ta’e.
Seeviyaan 2-1 Maanchiisteer…
Riikardiin waggoota 16f Atleet Qananiisaa Baqqalaatin qabamee ture dargaggoo Yuugaandatiin cabe
Finfinnee, Hagayya 9, 2012 (FBC) – Riikardiin waggoota 16f Atleet Qananiisaa Baqqalaatin qabamee ture dargaggoo Yuugaandatiin cabe.
Lammiin Yuugaandaa Jooshuwaa Cheepteegeen…
Wiiliyaan waliigaltee waggaa 3n garee Arsenaalitti makame
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Lammiin Braaziil taphatan sarara cinaa Wiiliyaan garee kubbaa miilaa Arsenaalitti makamu ibsame.
Wiiliyaan jijjiirraa bilisaan…
Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoons liigii Awrooppaan RB Laaypiziig, Atleetikoo Maadriid injifate
Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Tapha nuusa xumuraa Shaampiyoons liigii Awrooppaa eda galgala taphatameen RB Laaypiziig Atleetikoo Maadriid 2-1injifachuun walakkaa xumuraaf darbuu…
Liigii Awrooppaan Shaakaatarii fi Seeviyaan walakkaa xumuraaf darban
Finfinnee, Hagayyaa 6, 2012 (FBC) –Tapha gulaallii nuusa xumuraa kaleessa galgala taphatamaniin Shakatar Dooneskii fi Seevilaan walakkaa xumuraaf darban.
Seeviyaan Woolviz 1-0n…
Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan gitoota isaanii injifachuun gara xumura walakkaatti…
Finfinnee, Hagayya 5, 2012 (FBC) – Maancheestar Yuunaaytidii fi Intar Miilaan gitoota isaanii injifachuun gara xumura walakkaatti darban.
Yuurooppaa Liigidhaan xumura…