Browsing Category
Ispoortii
Laaligaa Ispeeniin edana taphoonni lama gaggeeffameera
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Laaligaa Ispeeniin Giraanaadaan yoo moo’atu, Kooppaa Itaaliin Juuveentus xumuraaf ga’e.
Dirree isaarratti Geetaafee kan keessummeesse…
Baatii sadiin booda laaligaan Ispeen eegalame
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) – Sababa weerara vaayrasii koroonaan adda cite kan ture taphoonni kubbaa miilaa laaligaa Ispeen Baatii sadiin booda eegalame.
Laaligaan…
Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse
Finfinnee, Caamsaa 24, 2012 (FBC) - Maancheestar Yuunaaytid koontiraata Oodiyoon Iigaaloon dheeresse.
Kilabichi koontiraata jifataa lammii Naayjeeriyaa Oodiyoon Iigaaloon…
Taphoonni Priimiyar Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 ni eegalamu jedhame
Finfinnee, Caamsaa 21, 2012 (FBC) –Taphoonni kubbaa miilaa Priimiyer Liigii Ingiliiz Waxabajjii 10, 2012 akka eegalu murtaa’uu ibsame.
Liigichi guyyaa kana tapha Maanchistar…
Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo boqate
Finfinnee, Caamsaa 6, 2012 (FBC) – Atleet Dhibbaalaa Taaddasaa Bachoo Addaamuu umriisaa waggaa 55ffaatti boqachuun, kaleessa sirni awwaalchaasaa raawwatameera.
Federeeshiniin…
Taphataan kubbaa miilaa biyyaleessa Ityoophiyaa duraanii Tasfaayee Urgeechoo boqote
Finfinnee, Caamsaa 5,2012(FBC) – Taphaataan kubbaa miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa duraanii fi garee Qidduus Giiyoorgiis Tasfaayee Urgeecchoo boqote.
Ameerikaa jiraachaa kan…
Wiirtuun Leenjii Ispoortii Atleet Xiruunash Dibaabaa deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 19, 2012 (FBC) – Wiirtuun Leenjii Ispoortii Atleet Xiruunash Dibaabaa deeggarsa taasise.
Wiirtichi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa meeshaalee…
Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman akka itti wallaannaman…
Finfinnee, Eebila 5, 2012(FBC) – Diidiyar Diroogbaan hoospitaalasaa magaalaa Abiijaanitti argamu namoonni vaayrasii koroonaatin qabaman akka itti wallaannaman taasise.
…
Leenjitoonni jiddugalichaa weerara koroonaa ittisuuf maatii isaaniitti deebi’an
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Leenjitoonni Jiddugala Leenjii Atleetiksii Atleet Xiruunash Dibaabaa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf maatii isaaniitti deebi'an.
Jiddugalichis…
Federeeshinichii fi Atleet Daraartuun Hidha Haaromsaa fi koroonaa ittisuuf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Bitootessa 17,2012(FBC) – Federeeshiniin Atleetiksii Ityoophiyaa ijaarsa Hidha Haaromsaa fi weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 2 laate.…