Browsing Category
Ispoortii
Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifate
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Tapha Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa halkan kana taphatameen Biraayitan galchii 2 fi 1n Maanchister Siitii injifateera.
Maanchister Siitiin…
Bireentifoord, Fuulhaamii fi Woolviis morkattoota isaanii injifatan
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Ingilaandi torbee 11ffaa har'a taphatameen Bireentifoord, Fuulhaam fi Woolviis morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan taphni har’a Intermiilaan – Arsenaal waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Onkololeessa 27, 2017 (FBC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan guyyaa 2ffaan har’a itti fufuun ni taphatamu.
Har’a galgala sa’aatii 2:45 irraa jalqabee…
Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii har’as itti fufanii gaggeeffamu
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2017 (FBC)- Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa marsaa 4ffaan har’a galgala taphoonni Riyaal Maadiriid Essimiilaan waliin, Liivarpuul Baayerliivarkuusan waliin…
Atileet Taammiraat Tolaan kaadhimamaa xumuraa Atileetii cimaa Waggaa kanaa ta’e
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) - Atileet Taammiraat Tolaan kaadhimamaa xumuraa Atileetii cimaa waggaa kanaa ta'eera.
Atileet Taammiraat Tolaan dorgommii fiigicha garaagaraa…
Piriimeer Liigii Itiyoophiyaan Machaal galchii 2 fi 0n Adaamaa injifate
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 7ffaa har'a taphatameen Machaal galchii 2 fi 0n Magaalaa Adaamaa injifateera.
Phaawuloos Margaa fi…
Tootenhaam galchii 4 fi 1n Astoon Viilaa Injifate
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) –Piriimeer Liigii Ingilaandiin Tootenhaam, Astoon Viilaa Injifateera.
Tapha waaree booda sa'aatii 11:00 irraa eegalee taphatameen Tootenhaam galchii…
Piriiimeer Liigii Ingilaandiin taphni har’a Tootenhaam Astoon Viilaa, Maanchiister…
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2017 (FBC) – Taphoota Piriiimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni har'a Tootenhaam - Astoon Viilaa, Maanchiister Yuunaayitiid ammoo Cheelsii keessummeessan…
Arsenaal Niwukasil Yuunaayitidiin injifatame
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017(FBC)- Tapha Piriimerliigii Ingiliz torbee 10ffaan Niwukasil Yuunaayitid 1 fi 0’n Arsenaaliin injifate.
Taphaa pirimerliigichaa itti fufee gaggeeffamuun…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan taphni Maanchiister Yuunaayitiid, Cheelsii keessummeessu…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 10ffaan, har’aa eegalee hanga Wiixataatti taphatama.
Taphoota torbee 10ffaa keessaa taphni Niiwkasiil…