Browsing Category
Ispoortii
Arsenaal Eevartan waliin qabxii qooddate
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017( FMC)- Tapha Piriimerliigii Ingilaand torbee 31ffaan Arsenaal Eevartan waliin qixa bahe.
Arsenaaliif galchii dursummaa Liyaandiroo Tiroosaard yoo galchu,…
Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa Maanchiister Siitii gadi lakkisuufi jedhame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Taphatan sarara gidduu Garee Biyyaaleessaa Beeljiyeemii fi Maanchiisteer Siitii Keevan Diibrooyin xumura bara dorgommii kanaa…
Itiyoophiyaa Madin Magaalaa Hawaasaa injifachuun dursummaa isaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017 (FMC)- Piriimiyeer liigii Itiyoophiyaa torbee 23ffaan Itiyoophiyaa Madin magaalaa Hawaasaa galchii 2 fi 1’n injifachuun dursummaa isaa cimsuu danda’eera.…
Gabre’eel Maagaaleesh sababa miidhamaan bara taphichaa ala ta’e
Finfinnee, Bitootessa 25, 2017(FMC) – Taphataan sarara ittisaa Arsenaal Gabre’eel Maagaaleesh sababa miidhamaan bara taphichaan ala ta’uun mirkanaa’e.
Sababa kanaan tapha nuusa xumuraa…
Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Nageellee Arsiin morkataa isaa injifachuun dursummaa cimsate
Finfinnee, Bitootessa 23, 2017 (FMC) –Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Nageellee Arsiin Kutaa Magaalaa Eekkaa injifachuun dursummaa cimsateera.
Taphoota qixxeessituu torbee 18ffaa…
Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa Adeey Ababaa xumursiisuuf waliigalteen Birrii biiliyoona 18.6…
Finfinnee, Bitootessa 22, 2017 (FMC) – Ijaarsa Istaadiyeemii Biyyaalessaa Adeey Ababaa hafe waggaa lamaa asitti xumuruuf waliigalteen Birrii biiliyoona 18.6 mallattaa’e.
Ijaarsa…
Tapha Waancaa FA’n Kiristaal Paalaas walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa FA Ingilaandiin Kiristaal Paalaas Fuulhaam injifachuun tapha walakkaa xumuraaf darbe.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii…
Tapha Nuusa xumuraa waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Bahiirdaar injifachuun walakkaa xumuraaf darbe
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Tapha Nuusa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaa har’a waaree booda taphatameen Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar Bahiirdaar injifachuun…
Taphoonni nuusa xumuraa waancaa FA har’aa eegaluun taphatamu
Finfinnee, Bitootessa 20, 2017 (FMC) – Taphoonni nuusa xumuraa waancaa FA Ingiliiz har’aa eegaluun taphatamu.
Har’a waaree booda sa’aatii 9:15 eegalee falmiin Fuulhaam Kiristaal Paalaas…
Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar gara Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddate
Finfinnee, Bitootessa 16, 2017 (FMC) – Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Shaggar gara Piriimeer Liigii Itiyoophiyaatti guddachuu…