Browsing Category
Ispoortii
Cheelsiin Barnileyiin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimizar Liigii torbee 12ffaan Cheelsiin Barnileyiin 2-0'n injifateera.
Peedroo Neetoo fi Eenzoo Farnaandez Cheelsiif galchii…
Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifate
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Sagantaa taphaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan Magaalaan Shaggar Arbaa Minciin injifateera.
Istaadiyemii Yuniivarsiitii Hawaasaatti…
Piriimeer Liigii Ingiliziin taphoonni torba ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 13, 2018(FMC) – Piriimeer Liigii Ingiliz torbee 12ffaan har'a taphoonni torba ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:30 irratti tapha Cheelsiin dirree isaan alatti Baarnileey…
Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee 2ffaa galmeessite
Finfinnee, Sadaasa 12, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskileetii Afrikaa 19ffaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa warqee 2ffaa galmeessite.
Dorgommii daandirraa kiiloomeetira 64.5 dargaggoota…
Ramaddiin moo’atanii darbuu gulaallii waancaa addunyaa biyyoota Awurooppaa ifoome
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Ramaddiin moo'atanii darbuu gulaallii waancaa addunyaa biyyoota Awurooppaa ifoomeera.
Haaluma kanaan ramaddii 1ffaan Xaaliyaan Aayerlaandi Kaabaa…
Itiyoophiyaan damee atileetiksiin beekamtii lama argatte
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Itiyoophiyaan damee atileetiksiin Waldaa Atileetiksii Addunyaa irraa beekamtii lama argatteetti.
Itiyoophiyaan beekamtii kan argatte Fiigicha Guddicha…
Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Biskiileetii Afrikaan Itiyoophiyaan Meedaaliyaa Warqee jalqabaa argattee
Dorgommii guddattootaa kanaan Tsiggee Kaahaasaay tokkoffaa bahuun…
Piriimiyar liigichaan taphoonni lama ni taphatamu
Finfinnee, Sadaasa 11, 2018(FMC) – Sagantaa Piriimiyar Liigii CBE Itiyoophiyaa torbee 6ffaan har'a taphoonni lama ni taphatamu.
Guyyaa sa'aatii 9:00tti Bunni Sidaamaa fi Maqalee 70…
Sudaan Kibbaa 1 – 4 Itiyoophiyaa
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessaa Afrikaan Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa Sudaan…
Gareen Biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’a gita isaa Sudaan Kibbaa waliin taphata
Finfinnee, Sadaasa 9, 2018 (FMC) – Tapha gulaallii Waancaa Biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaan har’a Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaaleessa Itiyoophiyaa Umrii waggaa 17 gadii gita isaa…