Browsing Category
Ispoortii
Liigii Olaanoo Itiyoophiyaan Shaggar Gaamoo Caanchaa injifate
Finfinnee, Mudde 15, 2017 (FMC) – Taphoota Liigii Olaanoo Itiyoophiyaa torbee 11ffaan har’a taphatameen Shaggar Gaamoo Caanchaa injifachuun imala isaa caalmaatti cimsate.
Tapha har’a…
Isteediyemii Maanchister Yuunaayitid hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame
Finfinnee, Mudde 14, 2017 (FMC)- Isteediyemii Kilaba Maanchister Yuunaatid Oltiraafoodii hoomaa hantuutaan weeraramuun ibsame.
To’attoonni qulqullinaa daawwannaa dhiyeenyaatti…
Tootenhaam 3 – 6 Liiverpuul
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Liiverpuul Tootenhaam injifate.
Liiverpuul galchii 6 fi 3n Tootenhaam…
Piriimeer Liigii Ingilaandiin Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qixa bahe
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa har'a waaree booda taphatameen Maanchiister Yuunaayitiid yoo injifatamu, Cheelsiin qabxii qoodateera.…
Itiyoophiyaa 0 – 2 Sudaan
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa gita isaa Sudaaniin injifatame
Tapha Waancaa Biyyoota Afrikaan (Chaan) har'a Liibiyaa Istaadiyeemii…
Atileet Masarat Daffaar Miseensa Koree Hojii Raawwachiistuu ta’uun filatamte
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee 28ffaa gaggeessaa jiruun Miseensota Koree Hojii Raawwachistuu Federeshinichaa filateera.
Haaluma…
Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa goolabame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Shaampiyoonaan Atileetiksii Oromiyaa Magaalaa Asallaatti gaggeffamaa ture goolabameera.
Dorgommiin Shaampiyoona Atleetiksii Fiigicha gabaabaa, giddu…
Silashii Sihiin Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta’uun filatame
Finfinnee, Mudde 13, 2017 (FMC)- Atileet Silashii Sihiin Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa ta’uun filatameera.
Federeeshiniin Atileetiksii Itiyoophiyaa yaa’ii idilee…
Kiristaal Paalaas 1 – 5 Arsenaal
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa halkan kana taphatameen Arsenaal Kiristaal Paalaas injifate.
Arsenaal galchii 5 fi 1n Kiristaal…
Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest Haam qabxii qoodate
Finfinnee, Mudde 12, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 17ffaa galgala kana taphatameen Niwuukaasilii fi Notiingihaam Forest morkattoota isaanii yoo injifatan, Weest…