Browsing Category
Ispoortii
Gareen kubbaa miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii 20 gadii Sudaan Kibbaan injifatame
Finfinnee, Fulbaana 29, 2017 (FBC)- Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii Sudaan Kibbaan galchii 2 fi 1’n injifatameera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa…
Andirees Ineestaan umrii waggaa 40ffaa isaatti kubbaa miilaarraa soorama bahe
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) –Taphataan sarara gidduu Ispeeniifi Baareloonaa duraanii Andirees Ineestaan umrii waggaa 40ffaa isaatti kubbaa miilaarraa soorama bahuu beeksiseera.…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Itiyoophiyaa Yaa’ii Waliigalaa 16ffaa Galma Walga'ii Gamtaa Afrikaatti gaggeessaa jira.
Pireezidaantiin Federeeshinii…
Gareen Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata
Finfinnee, Fulbaana 27, 2017 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 20 gadii har’a gita isaa Ugaandaa waliin taphata.
Garichi Kaleessaa fi Dheengadda Giddugala…
Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 7ffaan har’a taphni Liiverpuul Kiristaal Paalaas, Arsenaal…
Finfinnee, Fulbaana 25, 2017 (FBC) – Taphoonni Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 7ffaan har’a waaree boodaa eegaluun ni taphamu.
Har’a waaree boodaa sa’aatii 8:30 eegalee Kiristaal…
Baankiin Daldala Itiyoophiyaa Arbaa Minci injifate
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) – Taphoota Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 3ffaa har’a taphatameen Baankiin Daldala Itiyoophiyaa, Magaalaa Aarbaa Minci injifateera.
Tapha har’a…
Sa’aatiin fiigicha Maaraatoonii Atileet Tigist Asaffaan itti xumurte Galmee Dinqisiisoo…
Finfinnee, Fulbaana 23, 2017 (FBC) –Sa’aatiin fiigicha Maaraatoonii Atileet Tigist Asaffaan itti xumurte sa’aatii saffisaa jedhamuun Galmee Dinqisiisoo Addunyaarratti rikardiin galmaa’eera.…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Seeneegaal leenjisaa Aliyuu Siisee gaggeesse
Finfinnee, Fulbaana 22, 2017 (FBC) – Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Seeneegaal waggoota darbaniif garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessa biyyattii dursaa kan turan leenjisaa Aliyuu Siisee gaggeessuu…
Morkiin Arsenaal PSG waliin taasisu ni eegama
Finfinnee, Fulbaana 21, 2017 (FBC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigiin Awurooppaa marsaa 2ffaa har’a gaggeeffamuun morkiin Arsenaal Kilaba Faransaay PSG waliin taasisu hawwii olaanaan eegama.…
Kilabni Magaalaa Walqixxee Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessaa haqame
Finfinnee, Fulbaana 20, 2017 (FBC) – Kilabni Kubbaa Miilaa Magaalaa Walqixxee Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessaa haqamuu Piriimeer liigichi beeksiseera.
Kilabichi…