Browsing Category
Ispoortii
Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera.
Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00…
Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Walaayittaa Diichaa waliin ni morkata
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbuuf boru falmiin Walaayittaa Diichaa waliin gaggeessu hawwiin…
Morkii jabaa boru Baarseloonaa fi Riyaal Maadriid gidduutti gaggeeffamu
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Morkiin Eelkilaasikoo tapha Waancaa Kooppaa ‘Del Rey’ Baarseloonaa fi Riyaal Maadirid gidduutti boru gaggeeffamu hawwiin eegama.
Masaanummaa siyaasaa…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Ginciin Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifate
Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Ginciin Yuuniversiitii naannoo Oromiyaa injifateera.
Tapha har’a waaree dura sa’aatii…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Leeqaan Gullisoo injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a waaree booda taphatameen Leeqaan Gullisoo injifachuun sadarkaa isaa fooyyeeffate.
Leeqaan galchii 2…
Piriimeer Liigii Oromiyaan Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Gimbii injifate
Finfinnee, Ebla 16, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a ganama sa’aatii 3:00 eegalee taphatameen Yuuniversiitiin Dambi Doolloo Gimbii injifateera.…
Qonni magaalaa madda carraa hojii ta’uun alatti kaapitaala guddaa uumaa jira – Dooktar Biqilaa…
Finfinnee, Ebla 15, 2017 (FMC) – Itti Gaafatamaan Damee Qunamtii uummataa fi Idil Addunyaa Paartii Badhaadhinaa Dooktar Biqilaa Hurrisaan magaalaa Baatuutti oomishaalee…
Gullisoo 2-2 Yuunivarsiitii Dambi Doolloo
Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) - Tapha Piriimer Liigii Oromiyaa Torbee 16ffaa har'a taphatameen Gullisoo fi Yuuniversiitiin Dambi Doolloo 2-2 qixa ba'uun qabxii qoddataniiru.
Tapha har'aa…
Atileet Qananiisaa Baqqalaan maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomse
Finfinnee, Ebla 14, 2017(FMC) – Atileet Qananiisaa Baqqalaan miidhaa shaakalarratti isa mudaterraan kan ka’e dorgommii fiigicha maaraatoonii Landan irratti akka hin hirmaanne ifoomseera.…
Dambi Doolloo 1- 0 Gincii
Finfinnee, Ebla 13, 2017 (FMC)) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 16ffaan Dambi Doolloon Giincii injifate.
Kilabiin Bulchiinsa Magaalaa Dambi Doolloo galchii 1 fi 0n Giincii…