Browsing Category
Ispoortii
Taphni Har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalas waliin taphatan ni eegama
Finfinnee, Mudde 5, 2018 (FMC)- Taphoonni Piriimeer Liigii Ingiliiz torbee 16ffaan taphni har’a Maanchiister Siitiin Kiristaal Paalaas waliin taphataman ni eegama.
Har’a waaree booda…
Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) –Dorgommi8 Olompikii dargaggoota Afrikaa 4ffaan Angoolaa Luwaandaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaa Meedaaliyaa warqee 3ffaa argatte.
Maahidar Dastaan…
Itiyoophiyaan Olompikii Dargaggoota Afrikaan meedaaliyaa warqee argatte
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC) – Dorgommii Atileetiksii har’a eegalameen Itiyoophiyaan fiigicha meetira kuma 3 dubartootaan Meedaaliyaa warqee injifatte.
Keeniyaa fi Ugaandaan sadarkaa 2…
Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan…
Finfinnee, Mudde 2,2018(FMC) - Dorgommiin Shaampiyoonaa Ispoortii Aadaa aanaalee godina Jimmaa 31ffaa fi Feestivaalli Aadaa 18ffaan magaalaa Jimmaatti gaggefamuu egaleera.
Dorgammicha…
Kilabni Kubbaa Miilaa Shaggar guddattoota mallatteessifate
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa keessatti hirmaachaa kan jiru Kilabni Kubbaa Miilaa Shaggar taphattoota Garee Biyyaalessaa Umrii 17 gadii sadii…
Itiyoophiyaan dorgommii Olompiikii Dargaggootaan meedaaliyaa warqee argatte
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC)- Dorgommii Olompiikii Dargaggootaa 4ffaa Angoolaatti gaggeeffamaa jiruun Itiyoophiyaan dorgommi biskileetii garee dubartootaan meedaaliyaa warqee jalqabaa…
Barattoota dorgommii Paan Afrikaarratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’aniif badhaasni…
Finfinnee, Mudde 2, 2018 (FMC) - Barattoota dorgommii Kubbaa Miilaa Paan Afrikaa Ugaandaa Kampaalaatti gaggeeffamaa turerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’aniif badhaasni…
Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister Siitii gidduutti…
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Taphoonni Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’as itti fufuun taphatamu.
Har’a halkan sa’aatii 5:00 morkiin Riyaal Maadriidii fi Maanchister…
Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a Intar Miilaan fi Liivarpuul waliin ni taphatu
Finfinnee, Sadaasa 30, 2018 (FMC)- Tapha Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaa 6ffaan har’a galgala Intar Miilaan fi Liivarpuul waliin ni taphatu.
Liivarpuul gara Xaaliyaaniitti imaluun…
Dorgommii Kubbaa Miilaa Barattootaa Paan Afrikaan Itiyoophiyaan xumuraaf dabarte
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018 (FMC) – Dorgommii Kubbaa Miilaa Barattoota biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Paan Afrikaa Ugaandaa Magaalaa Kaampaalaatti gaggeeffamaa jiruun gareen dhiirootaa…