Browsing Category
Ispoortii
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa Waancaa Piriimiyer Liigii Dubartootaa Itiyoophiyaa Injifate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa i Itiyoophiyaa Elektriikiin 2 fi 0n mo'achuun, shaampiyoonaa Piriimiyer Liigii Dubartootaa Itiyoophiyaa bara 2018 ta'eera.…
Maanchiisteer Yuunaayitiid Nootinghaam Fooreestiin Injifate
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC) – Sagantaa tapha Piriimeer Liigii Ingilaand torban 37ffaan Maanchiister Yuunaayitiid Nootingaam Fooreestiin 3 fi 2n injifateera.
Tapha guyyaa sa'aatii…
Cheelsiin Zyaabii Aloonsoo leenjisaa taasisuun muude
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Kilabni Lixa Landan Cheelsiin lammii Ispeen Zyaabii Aloonsoo leenjisaa kilabichaa taasisuun muuduu ifoomsera.
Zyaabii Aloonsoon waggoottan arfan itti…
Daandiin qilleensichaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira – obbo Masfin Xaasaw
Finfinnee, Caamsaa 9, 2018 (FMC)–Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa hojilee fakkeenyummaa qabu hojjetaa jira jedhan Hoji Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa obbo Masfin Xaasaw.
Damee…
Itiyoophiyaan dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira 20’n meedaaliyaa warqee 2 argatte
Finfinnee, Caamsaa 8, 2018 (FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan dorgommii fiigicha tarkaanfii kiiloomeetira 20’n koorniyaa lameeniin meedaaliyaa warqee lama…
Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa Maanchiister Yuunaayitiid jedhame
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Taphataan sarara gidduu Maanchiister Yuunaayitiid Biruunoo Farnaandeez taphata cimaa kilabichaa jedhamuun filatameera.
Yeroo 5ffaaf taphata cimaa…
Hirmaannaa Shaampiyoonsi Liigii mirkaneeffachuuf morkii Astoon Viilaa fi Liiverpuul gidduutti…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni har’a Astoon Viilaan Liiverpuul keessummeessu ni eegama.
Kilaboonni lamaan qabxii 59 walqixa…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan har’a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa itti…
Finfinnee, Caamsaa 7, 2018(FMC) – Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaa oolmaa guyyaa 4ffaan har'a fiigichi xumuraa Atileetoonni Itiyoophiyaa itti hirmaataan ni gaggeeffamu.
Galgala…
Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan madaaliyaa warqee lammaffaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa fiigicha meetira 800 dubartootaan…
Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaan Itiyoophiyaan Madaaliyaa Warqee Jalqabaa Argatte
Finfinnee, Caamsaa7, 2018 (FMC)- Shaampiyoonaa Atileetiksii Afrikaa 24ffaan Itiyoophiyaan warqee jalqabaa argatteetti.
Dorgommii xumuraa meetira 400 dubartootaan atileet Ajaa'ibaa Aliyyuu…