Browsing Category
Ispoortii
Bunni Sidaamaa xumura waancaa Itiyoophiyaaf darbe
Finfinnee, Caamsaa 18, 2018 (FMC)- Bunni Sidaamaa Itiyoophiyaa Madin injifachuun tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbeera.
Tapha sa'aatii 9 irraa eegalee istaadiyeemii Abbabaa…
AC Miilaan leenjisaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar bahe
Finfinnee, Caamsaa 17, 2018 (FMC) – Kilabni Xaaliyaanii AC Miilaan leenjisaa kilabichaa Maasii Miiliyaanoo Aleegiriin waliin gargar baheera.
Miilaan tapha xumuraa Seeriyaa A bara kanaan…
Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 xumurame
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC) - Taphni Piriimeer Liigii Ingilaandi bara 2025/26 shaampiyoonummaa Arsenaaliin xumurameera.
Arsenaal taphoota 38 taphateen taphoota 26 injifachuun,…
Har’i Guyyaa Arseenaal Waancaa isaa harka galfatuudha…
Finfinnee, Caamsaa 16, 2018 (FMC)- Waggootta 22 booda Shaampiyoonaa Piriimeer Liigii Ingiliiz kan ta’e Arseenaal har’a Waancaa isaa fudhata.
Arsenaal waggoota dorgommii sadan darban…
Itiyoophiyaan Waancaa Addunyaan ala taate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) - Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaan ala ta'e.
Tapha mo'anii darbuu har'a taphatameen Itiyoophiyaan…
Nikoo Oraayiliin badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifate
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Taphataan lammii Ingilaandi kilaba Maanchistar Siitii Nikoo Oraayilii badhaasa taphataa dargaggeessa cimaa Piriimiyeer Liigii Ingilaandi injifateera.…
Morkii ijibbaataa Itiyoophiyaa vs Moozaambiik…
Finfinnee, Caamsaa 15, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa Umurii 17 gadii Waancaa Addunyaaf darbuuf har'a galgala Moozaambik waliin morkiin taasisu ni eegama.…
Maanchister Siitiin Peep Gaardiyoolaa waliin adda bahuufi
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC)- Maanchisteer Siitiin xumura bara dorgomichatti Leenjisaa Peep Gaardiyoolaa waliin akka adda bahu beeksiseera.
lammiin Ispeen Peep Gaardiyoolaan turtii…
Kaariik leenjisaa dhaabbii Maanchiister Yuunaayitid ta’uun muudame
Finfinnee, Caamsaa 14, 2018 (FMC) – Maanchiister Yuunaayitiid Mikaa’eel Kaariik leenjisaa olaanaa dhaabbii taasisuun muudera.
Kilabichi Mikaa’eel Kaariik hanga bara Faranjootaa 2028tti…
Bunni Sidaamaa Aarbaa Minci injifachuun imala gara Waancaa cimsate
Finfinnee, Caamsaa 13, 2018 (FMC) – Taphoota CBE Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa sagantaa torbee 33ffaa har'a taphatameen Bunni Sidaamaa Aarbaa Minci injifachuun imala gara Waancaa cimsateera.…