Dijiitaal Itiyoophiyaa milkeessuuf qonnaan bultoota teeknolojiin wal barsiisuun murteessaadha
Finfinee, Amajjii 18, 2018(FMC) - Sagantaa Dijiitaal Itiyoophiyaa milkeessuuf qonnaan bultoota teeknolojiin wal barsiisuun murteessaadha.
Godina Jimmaatti gurgurtaan xaa’oo karaa…
Appilikeeshinichi tajaajila si’eessuu fi daddabarsa seeraan alaa maallaqaa to’achuuf…
Finfinnee, Amajjii 12, 2018(FMC) - Appilikeeshiniin Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa ifoomse diyaaspooraan tajaajila si'ataa akka argatuu fi daddabarsa seeraan alaa maallqaa ittisuuf faayidaa…
Haleellaawwan odeeffannoo utuu hincufin raawwataman heddummachuu…
Finfinnee, Amajjii 8, 2018(FMC) - Addunyaa irratti tooftaan haleellaa saayberaa yeroo irraa yerootti jijjijjiiramaa dhufeera.
Amma amma hubdoonni odeeffannoo cufuu caalaa hatuu fi…
Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa- Dooktar Ergoogee…
Finfinnee, Amajjii 6, 2018 (FMC) – Waraqaan eenyummaa diijitaalaa ‘Faayidaa’n wal qixxummaa koorniyaa mirkaneessa jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaafi Hawaasummaa Dooktar…
Oromiyaatti Karoora dijitaal Itiyoophiyaa 2030 dhugoomsuuf…
Finfinnee, Amajjii 2, 2018 (FMC)_ Naannoo Oromiyaatti karoora diijitaal Itiyoophiyaa qabame dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjetamaa jira jedhe Biiroon Kominikeeshinii naannichaa.…
Boordichi sirna galmee Diijitaalaa filattoota fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiise
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Boordiin Filannoo Biyyaaleessaa Itiyoophiyaa sirna galmee diijitaalaa filattootaa fi kaadhimamtootaa hojii eegalchiiseera.
Sirna galmee diijitaalaa…
Dhaloota Teeknooloojiin ga’oome horachuuf hojjetamaa jira – Bulchiinsa magaalichaa
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Dhaloota Teeknooloojiin ga’oome horachuuf hojjechaan jira jedhe Waajjirri Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar.
Dhaloota beekkumsaan gahoome, dandeettii…
Naannichatti lammiileen kuma 700 ol waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhatan
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) –Naannoo Somaaleetti lammiileen kumni 700 ol Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhataniiru jedhan Pireezidaantii itti aanaan naannichaa obbo Ibraahiim Usmaan.…
Itiyoo- Teelekoom badhaasa Konkolaattota elektirikaa abbootii carraaf kenne
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Itiyoo- Teelekoom guyyaa hundeeffama waggaa 130ffaa isaa sababeeffachuun badhaasa konkolaattota elektirikaa qopheessee ture lama maamiltoota isaa abbootii…
Eenyummeessan Diijitaalaa warraksa teeknooloojii hariiroo diinagdee fi hawaasummaa addunyaa…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Eenyummeessan Diijitaalaa warraksa teeknooloojii hariiroo diinagdee fi hawaasummaa addunyaa si'anaa jijjiireedha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.…