Ce’umsa diijitaalaa milkeessuuf humnni nama Leenji’e barbaachisaadha
Finfinnee, Hagayya 4, 2018 (FMC)- Ce’umsa diijitaalaa milkeessuuf humnni nama Leenji’e barbaachisaadha jedhan Gorsaa olaanaan Ministira Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abiyoot…
Labsichi nageenya saayibarii cimsuuf murteessaadha
Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Labsiin nageenya bu’uuraalee misoomaa ijoo haaraan nageenya saayibarii cimsuuf murteessaadha jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo…
Milkaa’inni nageenya saayibarii Itiyoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a- Beeniin
Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Milkaa’inni nageenya saayibariifi ijaarsa dandeettii Itiyoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a jedhan Ministirri Ce’umsa Diijitaalaafi Innooveeshinii Beeniin…
Nageenya Biyyaalessaa irraa hanga Misooma Indaastiriitti
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC) – Jaarraa 21ffaa keessatti ciminni ittisa biyya tokkoo baay’ina waraanaa ykn meeshaalee waraanaa bitattuun qofa hin madaalamu.
Itiuoophiyaan…
Faayidaa Varsi maalidha?
Finfinnee, Adoolessa 29, 2018 (FMC)- Itiyoophiyaan damee diijitaalaan tajaajiloota mootummaa, diinagdeefi hirmaannaa lammiilee ammayyeessuuf ce’umsa diijitaalaa taasisaa jirti.…
Faayidaa Varsi bu’uura jabaa misooma dinagdee diijitaalaati – obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 28, 2018 (FMC) –Faayidaa Varsi bu’uura jabaa misooma dinagdee diijitaalaati jedhan Ministira Muummee Ittaanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.
Sagantaan Eenyummeessaa…
Tajaajila uummataafi mootummaa walitti dhiyeesse
Finfinnee, Adoolessa 24, 2018( FMC)- Gaaffilee abbootiin dhimmaa dhaabbilee mootummaa irratti kaasaa turan keessaa kenniinsi tajaajilaa ammayyaa’uu dhabuun isa tokko.
Kenniinsi tajaajilaa…
Manni Maree Ce’umsa Diijitaalaa Biyyaalessaa marii gaggeesse
Finfinnee, Adoolessa 23, 2018 (FMC)- Itti Aanaan Ministira Muummee Obbo Tamasgeen Xurunaan Manni Maree Ce’umsa Diijitaalaa Biyyaalessaa hojiilee bara baajatichaa hojjetamanirratti marii…
Appilikeeshiniin dhiyeessii fi raabsa damee boba’aa ammayyeessuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 21, 2018 (FMC) – Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii Appilikeeshinii dhiyeessii fi raabsa damee boba’aa ammayyeessuuf dandeessisu ifoomseera.
Appilikeeshiniin kun…
Laaboraatooriwwan qorannoo Addaa torban Yuunivarsiitii Raayyaa Ittisaa
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) –Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa Itiyoophiyaa har'a Wiirtuu Giddugaleessaa Laaboraatoorii Olaanaa damee barnoota, qorannoo fi teeknooloojii keessatti…