Dargaggeessa maashina sa’aatiitti boqqolloo kuntaala 150-200 falaffalu kalaqe
Dargaggeessa maashina sa’aatiitti boqqolloo kuntaala 150-200 falaffalu kalaqe
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Wandimmaaganyi Caalii, dargaggeessa umrii 27 jiraataa Godina Qellem Wallaggaa…
Konkolaattota elektirikaaf humna dhiyeessuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Mudde 5, 2015 (FBC)- Humni Elektirikii Ityoophiyaa konkolaattota elektirikiif humna dhiyeessuuf hojjetamaa jiraachuu ibse.
Hoji Gaggeessaan Koorporeet Pilaaniingii Humni…
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qophii ragaalee diijitaalaa beeksise
Finfinnee, Sadaasa 30, 2015(FBC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa qophii ragaalee diijitaalaa sadarkaa yaaliitti beeksise.
Boordichi hojii galmee filattoota filannoo waliigalaa marsaa…
Yaa’iin bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan xumurame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2015 (FBC) – Qopheessummaa Ityoophiyaan gaggeeffamaa kan ture Yaa'iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan milkiin xumurameera.
Sirna cufiinsa…
Raashiyaan hariiroo damee Diijitaalaayizeeshinii Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu akka barbaaddu…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Raashiyaan hariiroo damee Diijitaalaayizeeshinii,nageenyaa Intarneetii fi Ogummaa Diijitaalaa Ityoophiyaa waliin qabdu cimsuu kan barbaaddu ta’uu ibsite.…
Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 19, 2015(FBC)- Yaa’iin Bulchiinsa Intarneetii Idil Addunyaa 17ffaan guyyaa har’a magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Yaa’ichi galma Dhaabbata Mootummoota…
Ityoo Teeleekoom teeknooloojii daldalaa Teelee Birrii waliin hidhata qabu ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 15, 2015 (FBC) – Ityoo Teeleekoom Teeknooloojii Sooftiweerii Siineet waliin ta’uun teeknooloojii hawaasni bifa salphaan Teelee Birriin bittaa fi gurgurtaa raawwachuu…
Giddugalli leenjii bakkaa bakkatti socho’u “Diijii Tiraak” tajaajila kennuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 7, 2015(FBC)- Giddugalli leenjii ammayyaa bakkaa bakkatti socho’u “Diijii Tiraack” tajaajila kennuu eegale.
Giddugalichi guddattootaafi dargaggootaaf leenjii bu’uuraa…
Magaalaa Adaamaatti piroojektii ‘Ismaart Siitii’ dhugoomsuuf waliigalteen taasifame
Finfinnee, Onkololeessa 24, 2015(FBC)- Magaalaa Adaamaatti piroojektii ‘Ismaart Siitii’ dhugoomsuuf waliigalteen taasifame
Waaliigalticha kan taasisan Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa,…
Finfinneen ijaarsa invastimantii Wiirtuu Daataan addunyaarraa sadarkaa 2ffaa qabachuu qorannoon…
Finfinnee, Onkololeessa 23, 2015(FBC)- Magaalaan Finfinnee damee ijaarsa invastimantii Wiirtuu Daataan Beejiingitti aanuun addunyaarraa sadarkaa 2ffaa qabachuu qorannoon ifoomse
“FDI…