Awustiraaliyaatti guddattoonni umrii 16 gadi miidiyaa hawaasummaa akka hinfayydamne dhorkame
Finfinnee, Sadaasa 12, 2017 (FBC)- Paarlamaan Awustiraaliyaa guddattoonni umrii 16 gadii miidiyaa hawaasummaa akka hinfayyadamne seera dhorku raggaasise.
Seerichis guddattoonni umrii…
Fooramiin bulchiinsa Interneetii Afrikaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Sadaasa 11, 2017 (FBC) – Fooramiin bulchiinsa Interneetii Afrikaa13ffaan Finfinnee gaggeeffamuu eegaleera.
Fooramichi mata duree ‘Diijitaala Afrikaa dhugoomsuuf qaamolee qooda…
Itiyoo teelekoom Sirna Paarkiingii dijitaalawaa ifoomse
Finfinnee, Sadaasa 5, 2017 (FBC)- Itiyoo teelekoom Sirna Paarkiingii Konkolaataa dijitaalawaa ifoomseera.
Teeknooloojiin kunis “Smart Parking Systam” kan jedhamu yoo ta’u, Magaalaa…
Bishooftuu Magaalaa Ismaartii taasisuuf waliigalteen mallatteeffame
Finfinnee, Sadaasa 2, 2017 (FBC)-Magaalaa Bishooftuutti Pirojektii Ismaarti Siitii jalqabsiisuuf waliigalteen Bulchiinsa Magaalattii fi Itiyoo Teelekoom gidduutti mallatteeffameera.…
Itiyoo – Teeleekoom tajaajila 5G magaalaa Bishooftuutti eegalchiise
Finfinnee, Onkololeessa 30, 2017 (FBC) – Itiyoo - Teeleekoom tajaajila Neetworkii Moobaayilaa dhaloota 5ffaa (5G) magaalaa Bishooftuutti eegalchiiseera.
Hojii Raawwachiiftuu Olaantuu…
Itiyoo – Teeleekoom Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Aarbaa Mincitti tajaajila 5G…
Finfinnee, Onkololeessa 25, 2017 (FBC) – Itiyoo- Teeleekoom Naannoo Kibba Itiyoophiyaa magaalaa Aarbaa Mincitti tajaajila Neetworkii Moobaayilaa dhaloota 5ffaa (5G) eegalchiiseera.…
Kooriyaan Kaabaa misaa’eela Baalaastikaa ardii qaxxaamuru danda’u furgugsuu beeksifte
Finfinnee, Onkololeessa 22, 2017 (FBC) – Kooriyaan Kaabaa misaa’eela Baalaastikaa ardii qaxxaamuruu danda’u Hawaasoong -19 jedhamu furgugsuu beeksifte.
Hawaasong -19 seenaa yaalii…
Baatiin Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan eegale
Finfinnee, Onkololeessa 1, 2017 (FBC) – Baatiin Nageenya Saayibarii biyyaalessaa 5ffaan mata duree ‘nageenya bu’uraalee misoomaa ijoo birmadummaa Diijitaalaaf’jedhuun gaggeeffamuu eegale.…
Dorgommiin Yaada Kalaqaa dubartoota Egeree Itiyoophiyaa gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Dorgommiin Yaada Kalaqaa dubartoota Egeree Itiyoophiyaa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Dorgommichi Mata duree ‘leenji’uu,…
Damee Artifishaal Intelejansii Afrikaa guddina waliigalaaf oolchuun barbaachisaadha – Obbo Tamasgeen
Finfinnee, Fulbaana 28, 2017 (FBC) – Koonfiraansiin Artifishaal Intilejansii Paan Afrikaa 3ffaan Magaalaa Finfinnee taa’amuu eegaleera.
Konfiraansichi mata duree "Afrikaa Artifishaal…