Oromiyaatti namoonni miiliyoonni tokkoo ol Leenjii Itiyoo-koodeersii fudhatan
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti namoonni miiliyoonni tokkoo ol Leenjii Itiyoo-koodeersii fudhataniiru jedhe Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teeknoloojii Oromiyaa.…
Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen sona Hubannoo namtolchee caalmaatti babal’isuu…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaa 2030'n hojiileen sona Hubannoo namtolchee caalmaatti babal'isuu ni hojjetamu jedhan Daayrekterri Olaanaan Inistityuutii Hubannoo…
Diijitaal Itiyoophiyaan 2025 damee Itiyoo Teeleekoomiin bu’aa hedduu galmeesse –…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaan 2025 damee Itiyoo Teeleekoomiin bu'aa hedduu galmeesse jedhan hojii Raawwachiiftuu Olaantuun dhaabbatichaa Fireeyiwaat Taammiruun.…
Naannoo Somaaleetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob guyyaa har’aa eebbifamuun hojii eegaleera.
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob…
Ce’umsa teknooloojii fi kalaqa babal’isuuf hojjetamaa jira -Biiricha
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) - Kolleejjiiwwan Ogummaa fi Teknikaa naannichaa kessatti kalaqnii fi ce'umsi tekinolojii akka babal'atuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Ogummaa fi Carraa Hojii…
Itiyoophiyaafi Raashiyaan waliigaltee eegumsa odeeffannoo iccitii anniisaa niwukilaraa mallatteessan
Finfinnee, Mudde 8, 2018(FMC)- Komishiniin Humna Niwukilaraa Itiyoophiyaafi Pirojektoonni Inarjii Roosaatoomii Federeeshinii Raashiyaa icitii odeeffannoowwan humna niwukilaraa eeguuf…
Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha – Obbo Hayiluu…
Finfinnee, Mudde 7, 2018 (FMC) – Kaayyoon eenyummaa diijitaalaa namni tokko amanamaa ta’uu isaa mirkaneessuudha jedhan Qindeessaa Olaanaafi Too’ataa Galmee Eeenyummeessaa Diijitaalaa obbo…
Waliingahiinsa waraqaa eenyummaa dijiitaalaa ‘Faayidaa’ babal’isuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Mudde 3, 2018 (FMC)- Waliingahiinsaafi tajaajila waraqaa eenyummaa dijiitaalaa ‘Faayidaa’ babal’isuuf hojjetamaa jira jedhe Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa.…
Hojiin eenyumeessa Diijitaalaa sirna baankii waliin walitti hidhuu ifatti eegalame
Finfinnee, Mudde 1, 2018 (FMC) – Ce’umsa Damee Faayinaansii Diijitaalaaf boqonnaa murteessaa kan ta’e hojiin eenyumeessa Diijitaalaa ‘faayidaa’ sirna baankii waliin walitti hidhuu ifatti…
Misoomni Niwukilaraa Itiyoophiyaa tajaajila naga qabeessaaf hojiirra oola- Komishinar Saandookaan…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2018(FMC)- Sagantaan Misooma Teeknooloojii Niwukilaraa Itiyoophiyaa tajaajila naga qabeessaaf qofa hojiirra oola jedhan Komishinarri Komishinii Inarjii Niwukilaraa…