Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiise
Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Itiyoo-Telekoom hojimaata diijitaalaa ‘Teelee Istiriim’ eegalchiiseera.
Sagantaa jalqabsiisa hojimaata kanaa irratti Hojii Raawwachiistuu Olaantuun…
Afrikaatti namoonni yakka saayibariin shakkaman 651 to’ataman
Finfinnee Guraandhala 13, 2018(FMC)- Dhaabbanni Poolisii Idil-addunyaa ( Intarpool) Afrikaatti namoota yakka saayibariin shakkaman 651 to’ate.
Dhaabbaticha miidiyaa hawaasummaa isaan akka…
Magaalaa Asallaatti giddugalli kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo masoob eegale
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Magaalaa Asallaatti giddugalli kenniinsa tajaajila iddoo tokkoo masoob tajaajilaf banaa ta'eera.
Kantiibaan magaalaa Asallaa obbo Simee Tsaggayeen…
Obbo Awwaluun Moojootti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Magaalaa Moojootti Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegalchiisaniiru.…
Kalaqni mallattoo addaa isaa kan ta’e Yuunivarsiitii Dambi Doolloo…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Hojiileen Kalaqaa gara qabeenyatti jijjiiramuun faayidaa biyyaaf akka oolan hojjechaan jira jedhe Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo.
Waggoottan arfan…
Hojiilee qorannoo fi qo’annoo bu’aa qabeessa oomishaa fi oomishtummaa guddisan Yuunivarsiitii Dambi…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Yuunivarsiitiin Dambi Doolloo hojiilee qorannoo fi qo’annoo bu’aa qabeessa oomishaa fi oomishtummaa guddisan gaggeessuun hawaasa biraan gahaan jira…
Haleellaawwan saayiberii kuma 27 ol…
Finfinnee, Guraandhala 1, 2018(FMC) - Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo haleellaawwan saayiberii kuma 27 fi 773 ji'oota ja'an darban yaalaman keessaa %99.03 kan ta'u fashaleessuun…
Magaalaa Aggaarootti Giddugalli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob hojii eegale
Finfinnee, Amajjii 29, 2018 (FMC) – Magaalaa Aggaarootti Giddugalli Tajaajila Iddoo tokkoo Masoob tajaajilawwan 129 fooddawwan 12’n tajaajila kennuu eegaleera.
Giddugalichi Seektaroota…
Itiyoo-Telekoom dhaabbilee telekoomii Jibuutiifi Sudaan waliin tumsaan hojjechuuf waliigale
Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Itiyoo-Telekoom, Jibuutii Telekoom fi Giruuppiin Sudaateel sarara faayibarii hooraayizan daangaa ce’aa diriirsuuf Jibuutiitti waliigaltee gam-sadee…
Sababa waraqaa eenyummaa Faayidaa “PDF” n buusuun fayyadamuun yeroof adda citeef …
Finfinnee, Amajjii 25, 2018 (FMC) – Waraqaa eenyummaa Faayidaa "PDF"n buusuun fayyadamuun yeroof adda cite jedhe Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa.
Sababni isaas:-
1. Manneen…