Gareen Itiyoo Injiinaringi ce’umsa tekinooloojii cimsuun sharafa alaa hambisaa jira
Finfinnee, Sadaasa 1, 2018 (FMC) - Gareen Itiyoo Injiinaringi tekinooloojiiwwan ammayyaa kan biyya keessaan bakka buusuun sharafa alaa baraaraa akka jiru Hoji raawwachiisaan garichaa…
Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf anniisaan Niwukilaraa daran barbaachisaadha – Obbo…
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) – Guddina Diinagdee Itiyoophiyaa mirkaneessuuf teeknooloojiin Niwukilaraa daran barbaachisaadha jedhan Ministira Deetaan Tajaajila Kominikeeshinii…
Itiyoophiyaa fi Faransaay hojii sarara elektirikaa diriirsuu tumsaan hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Onkoloolessa 25, 2018 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Faransaay waliigaltee damee sarara elektirikaa diriirsuu sadarkaa giddugaleessaa tumsaan hojjechuuf isaan dandeewaliif mallatteessan.…
Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa eegalame
Finfinnee, Onkololeessa 14, 2018 (FMC) – Sosochiin addaa waraqaa eenyummeessa biyyaalessaa guyyoota sadiif turu eegalame.
Sosochiin har’a eegale kun lakkoofsa galmooftootaa haala addaan…
Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifame
Finfinnee, Onkololeessa 12, 2018 (FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Tajaajilli Giddugala tokko Masoob eebbifamuun tajaajilaaf banaa ta’e.
Pireezidaantii naannichaa Aadde Alamituu Umoodii fi…
Baabura Elektirikaa Chaayinaa saffisaa yaalii irra jiru…
Finfinne , Onkoloolessa 11, 2018 (FMC) - Chaayinaan baabura elektirikaa saffisaa jedhamee fi maqaa ''CR 450'' jedhamu kenniteef ifoomsite.
Baaburri akka addunyaatti baay'ee saffisaa ta'ee…
Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajilaa furuu keessatti gahee olaanaa…
Finfinnee, Onkoloolessa 10, 2018 (FMC)- Oromiyaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob rakkoo kenna tajaajilaa furuu keessatti gahee olaanaa bahachaa jira jedhe Biiroon Paabilik Sarvisiifi…
Itiyoo Telekoom meeshaa elektirooniksii haaraa “ Znexus” ifoomse
Finfinnee, Onkoloolessa 6, 2018(FMC)- Itiyoo Telekoom bilbilaafi meeshaa elektirooniksii haaraa “ Znexus” ifoomseera.
Hojii Raawwachiistuu Olaantuun dhaabbatichaa Fireehiwoot Taammiruu…
Ministeerichi tajaajila si’ataa kennuuf kan dandeessisu sirna diijitaalaa eegalchiise
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2018 (FMC) – Ministeerri Dhimma Alaa hojimaata dhaabbatummaa ammayyessuun tajaajila si'ataa kennuuf kan dandeessisu sirna diijitaalaa eegalchiiseera.…
Oomishaalee teknooloojii diroonii oomishuu cimsee kan itti fufe Indaastirii Eronootiksii…
Finfinnee, Onkoloolessa 4, 2018(FMC) - Indaastiriin Eronootiksii Iskaaywiin oomishaalee teknooloojii diroonii tajaajiloota adda addaaf oolan oomishuu cimsee itti fufa jedhan Itti aanaan…