Dhaloota Teeknooloojiin ga’oome horachuuf hojjetamaa jira – Bulchiinsa magaalichaa
Finfinnee, Mudde 27, 2018 (FMC) – Dhaloota Teeknooloojiin ga’oome horachuuf hojjechaan jira jedhe Waajjirri Barnootaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar.
Dhaloota beekkumsaan gahoome, dandeettii…
Naannichatti lammiileen kuma 700 ol waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhatan
Finfinnee, Mudde 26, 2018 (FMC) –Naannoo Somaaleetti lammiileen kumni 700 ol Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa fudhataniiru jedhan Pireezidaantii itti aanaan naannichaa obbo Ibraahiim Usmaan.…
Itiyoo- Teelekoom badhaasa Konkolaattota elektirikaa abbootii carraaf kenne
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC)- Itiyoo- Teelekoom guyyaa hundeeffama waggaa 130ffaa isaa sababeeffachuun badhaasa konkolaattota elektirikaa qopheessee ture lama maamiltoota isaa abbootii…
Eenyummeessan Diijitaalaa warraksa teeknooloojii hariiroo diinagdee fi hawaasummaa addunyaa…
Finfinnee, Mudde 25, 2018 (FMC) – Eenyummeessan Diijitaalaa warraksa teeknooloojii hariiroo diinagdee fi hawaasummaa addunyaa si'anaa jijjiireedha jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.…
Lakkooftuuwwan ismaartii kuma 500 ol mamlilootaaf dhaabamuuf – Tajaajilicha
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa bara baajetaa kanatti lakkooftuuwwan ismaartii kaffaltii duraa kuma 500 ol maamilootaaf galchuuf karoorfadhee…
Tajaajilli galmee kontiraata daldala alaafi eeyyama alergii onlaayinii qofaan Kennamuu eegale
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) - kenniinsi tajaajila galmee kontiraata daldala alaa fi eeyyama alergii guutummaatti onlaayiniin kennamuu eegale jedhan Ministirri Daldalaa fi Walitti…
Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n haala hojii ittisa yakkaa gara boqonnaa teeknooloojii olaanaatti…
Finfinnee, Mudde 24, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n haala hojii ittisa yakkaa gara boqonnaa teeknooloojii olaanaatti ceesisuu danda’uun hojiirra oola jedhan Komishinarri…
Poostaan Itiyoophiyaa appilikeeshinii ‘E-commerce’ fi tajaajila ergaa saanduqa maleessaa…
Finfinnee, Mudde 21, 2018(FMC) - Poostaan Itiyoophiyaa appilikeeshinii 'E-commerce' fi tajaajila ergaa saanduqa maleessaa ifoomseera.
Hoji-raawwachiisaa olaanaan Poostaa Itiyoophiyaa…
Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha– Obbo Adimaasuu Daamxoo
Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhaloota boru arguu danda’u horachuuf tekinooloojiin murteessaa dha jedhan hoji-raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korpooreeshin Obbo Adimaasuu…
Waliin ga’iinsa Humna Ibsaa milkaa’ina Tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’f…
Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Ministeerri Bishaaniifi Inarjii Milkaa’ina Tarsiimoo Dijitaal Itiyoophiyaa 2030’f humna ibsaa waliin ga’uuf hojjechaan jira jedhe.
Ministeerichatti…