Nageenya imala dijiitaalaa keenya eegsisuun dhimma filmaata hin qabnedha- Aadde Alamtsahaay…
Finfinnee, Onkoloolessa 1, 2018(FMC)- Nageenya imala dijiitaalaa keenya eegsisuun dhimma filmaata hin qabnedha jedhan Itti gaafatamtuun Waajjira Ministira Muummeefi Ministirri Dhimmoota…
Appilikeeshinii adeemsa sakatta’iinsa lakkooftuurratti iftoominaa fi itti gaafatamummaa uumu
Finfinnee, Fulbaana 30, 2018(FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa Appilikeeshinii adeemsa sakatta'iinsa lakkooftuurratti iftoominaa fi itti gaafatamummaa uumuu danda’u Onkololeessa 1,…
Itiyoophiyaarratti yaaliiwwan haleellaa saayibarii dabalaa dhufeera- Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo
Finfinnee, Fulbaana 29, 2018 (FMC) – Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo Tigist Hamiid yaaliiwwan haleellaa saayibarii Itiyoophiyaa irratti aggaamaman dabalaa dhufeera…
Kantiibaa Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob damee Boolee hojii eegalchiisan
Finfinnee, Fulbaana 28, 2018(FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Tajaajila Giddugala Tokkoo Masoob damee Boolee hojii eegalchiisaniiru.
Komii ummataa kan ture…
Badhaasni Noobeelii damee Fiiziksii saayintistoota kompiiteraa sadiif kenname
Finfinnee, Fulbaana 27, 2018(FMC) – Badhaasni Noobeelii Fiiziksii bara 2025 saayintistoota kompiiteraa sadiif kennameera.
Joon Kilaarki, Mikaa'el Echi Divoortii fi Joon Emmi Maartiinsi…
Naannichatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob hojii eegale
Finfinnee, Fulbaana 18, 2018 (FMC) – Naannaa Amaaraatti tajaajilli giddugala tokkoo Masoob magaalaa Bahirdaaritti hojii eegaleera.
Pireezidaantii naannichaa obbo Araggaa Kabbadaa,…
Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ Yuunivarsitii Ambootti baname
Finfinnee, Fulbaana 17, 2018 (FMC) – Giddugalli gahumsa Saayinsii, Teeknooloojii fi Kalaqaa ‘Ansoo Afrikaa’ jedhamu Yuunivarsiitii Ambootti guyyaa har’aa baname.
Itiyoophiyaatti kan…
Magaalaa Dirre Dhawaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob eegale
Finfinnee, Fulbaana 15, 2018 (FMC) - Bulchiinsa Magaalaa Dirre Dhawaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob banamuun tajaajila kennuu eegaleera.
Tajaajila Dirree giddugala tokkoo…
Baankiin Siinqee Tajaajila ‘Pree paid Card’ ifoomse
Finfinnee, Fulbaana 6, 2018 (FMC) - Baankiin Siinqee dhaabbata 'East Africa Mastercad' fi 'Primier Switch Solution' (PSS) waliin waliigaltee hojii waggaa 5'f turu mallatteesseera.…
Simannaa barattota Yuuniivarsiitii tekonooloojiin deeggerame…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2018 (FMC) –Yuuniivarsiitiin biyya Chaayinaa Choon Giikangi roobootota namaa fi sarootaan fakkeeffamaniin barattoota simachuun isaa xiyyeeffannaa argateera.…