Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030 milkeessuuf miidiyaaleen qooda isaanii bahuu qabu – Dooktar…
Finfinnee, Mudde 20, 2018 (FMC) - Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030 milkeessuuf miidiyaaleen qooda isaanii bahachuu qabu jedhan Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar…
Sirna bulchiinsa lafaa waraqaa eenyummaa diijitaalaa Faayidaa waliin walitti hidhuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 16, 2018 (FMC) – Sirna bulchiinsa lafaa waraqaa eenyummaa diijitaalaa Faayidaa waliin walitti hidhuun fayyadamummaa dhiyeessii liqii qonnaan bulaa mirkaneessuuf hojjetamaa…
Tarsiimoo Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030’n sirni bulchiinsa odeeffannoo bu’aa qabeessi akka jiraatu ni…
Finfinnee, Mudde 15, 2018 (FMC) – Tarsiimoo Dijiitaal Itiyoophiyaa 2030’n sirni bulchiinsa odeeffannoo bu’aa qabeessi akka jiraatu ni taasifama jedhan Daayrektarri Olaanaan Inistiitiyuutii…
Kaffaltoonni gibiraa kuma 33 ol sirna elektirooniksiin fayyadamuun gibira kaffalaniiru –…
Finfinnee, Mudde 14, 2018 (FMC)- Kaffaltoonni gibiraa kuma 33 ol sirna elektirooniksiin fayyadamuun gibira kaffalaniiru jedhan Minster Deetaan Ministeera Galiiwwanii Daawiit Wubisheet.…
Oromiyaatti namoonni miiliyoonni tokkoo ol Leenjii Itiyoo-koodeersii fudhatan
Finfinnee, Mudde 13, 2018 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti namoonni miiliyoonni tokkoo ol Leenjii Itiyoo-koodeersii fudhataniiru jedhe Abbaan Taayitaa Saayinsiifi Teeknoloojii Oromiyaa.…
Diijitaal Itiyoophiyaa 2030’n hojiileen sona Hubannoo namtolchee caalmaatti babal’isuu…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaa 2030'n hojiileen sona Hubannoo namtolchee caalmaatti babal'isuu ni hojjetamu jedhan Daayrekterri Olaanaan Inistityuutii Hubannoo…
Diijitaal Itiyoophiyaan 2025 damee Itiyoo Teeleekoomiin bu’aa hedduu galmeesse –…
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC) – Diijitaal Itiyoophiyaan 2025 damee Itiyoo Teeleekoomiin bu'aa hedduu galmeesse jedhan hojii Raawwachiiftuu Olaantuun dhaabbatichaa Fireeyiwaat Taammiruun.…
Naannoo Somaaleetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hojii eegale
Finfinnee, Mudde 11, 2018 (FMC)- Naannoo Somaalee Magaalaa Jigjigaatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob guyyaa har’aa eebbifamuun hojii eegaleera.
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob…
Ce’umsa teknooloojii fi kalaqa babal’isuuf hojjetamaa jira -Biiricha
Finfinnee, Mudde 9, 2018 (FMC) - Kolleejjiiwwan Ogummaa fi Teknikaa naannichaa kessatti kalaqnii fi ce'umsi tekinolojii akka babal'atuuf hojjetamaa jira jedhe Biiroon Ogummaa fi Carraa Hojii…
Itiyoophiyaafi Raashiyaan waliigaltee eegumsa odeeffannoo iccitii anniisaa niwukilaraa mallatteessan
Finfinnee, Mudde 8, 2018(FMC)- Komishiniin Humna Niwukilaraa Itiyoophiyaafi Pirojektoonni Inarjii Roosaatoomii Federeeshinii Raashiyaa icitii odeeffannoowwan humna niwukilaraa eeguuf…