Biyya nama hubannoo tolcheen uumamte Ministira taasisuun mudde
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018 (FMC) - Albaaniyaan nama hubannoo namtolcheen uumamte Ministira taasisuun muduun addunyaarra biyya jalqabaa taate.
Ministirri Muummee biyyattii Eedii Raamaan…
Rakkoo bulchiinsa gaariifi alseerummaa hambisuuf tajaajilli iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba- Aadde…
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Rakkoo bulchiinsa gaarii fi alseerummaa hambisuu keessatti, wiirtuun tajaajila iddoo tokkoo shoora olaanaa qaba jedhan Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde…
Jimmatti Wiirtuun Tajaajila Iddoo Tokkoo eegale
Finfinnee, Qaammee 5, 2017 (FMC)- Sadarkaa Pirezidaantii itti aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaatti Qindeessaan Kilaastera Hawaasummaa obbo Saadaat Nashaan Magaalaa Jimmaatti Wiirtuu tajaajila…
Neevaadaatti Sababa haleellaa saayibariin waajjiraaleen mootummaa tajaajila addaan kutan
Finfinnee, Hagayya 22, 2017 (FMC) – Ameerikaa kutaa bulchiinsa Neevaadaatti sababa haleellaa saayibariitiin waajjiraaleen mootummaa fi marsariitiiwwan tajaajila addaan kutan.
Bulchaan…
Magaalichatti konkolaattonni tajaajila geejjiba uummataa kennan gara sirna kaffaltii diijitaalaatti…
Finfinnee, Hagayya 10, 2017( FMC)- Magaalaa Finfinneetti konkolaattonni tajaajila geejjiba uummataa kennan gara sirna kaffaltii diijitaalaatti galuufi jedhe Biiroon Geejjibaa magaalichaa.…
Teeknooloojiin tajaajila waraqaarraa bilisaa kennuuf dandeesisu eebbifame
Finfinnee, Hagayya 9, 2017 (FMC)- Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii, teeknooloojii tajaajila waraqaarraa bilisaa kennuuf dandeesisuu guyyaa har’aa eebbisiseera.
Ministirri…
Bittaan Birrii biiliyoona 300 olii sirna Elektirooniksiin raawwate
Finfinnee, Hagayya 5, 2017 (FMC)- Bara baajataa xumurame bittaan Birrii biiliyoona 300 fi biiliyoona 8 olii sirna bittaa Elektirooniksiin raawwatameera jedhe Abbaan Taayitaa Bittaa fi…
Teeknooloojiiwwan qonna ammayyeessan gara biyyaa galchuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 30, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan fedhii nyaataa ishee guutuuf teeknooloojiiwwan qonna ammayyeessan gara biyyaa galchuuf hojjechaa jirti.
Hojii Gaggeessaa Olaanaan…
Konkolaattoonni Elektirikaa ijaarsa Diinagdee Magariisaaf gumaacha taasisaa jiru
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017 (FMC) – Konkolaattoonni Elektirikaa ijaarsa Diinagdee Magariisaaf gumaacha taasisaa jiru jedhe Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii.
Itiyoophiyaan gadi…
Abbaan Taayitichaa seektara konistiraakshinii ammayyeessuuf Moosaajii haaraa hojii eegalchiise
Finfinnee, Adoolessa 29, 2017(FMC)- Abbaan Taayitaa Konistiraakshinii Oromiyaa seektara konistiraakshinii ammayyeessuufi saffisiisuuf Moosaajii haaraa “Furtuu” hojii eegalchiise.…