Manni Murtii Ol’aanaa Godina Arsii kenna tajaajilaa si’ataafi qaqqabamaa taasisuuf…
Finfinnee, Ebla 25, 2018(FMC) - Manni Murtii Ol'aanaa Godina Arsii kenna tajaajilaa si'ataafi qaqqabamaa taasisuuf hojjechaan jira jedhe.
Manni murtichaa dhamaatii abbaa dhimmaa fi rakkoo…
Dorgommiin Badhaasa Kalaqa Muuziqaa Hubannoo Namtolchee xumurame
Finfinnee, Ebla 24, 2018 (FMC) – Dorgommiin Badhaasa Kalaqa Muuziqaa Hubannoo Namtolchee Inistiityuutii Hunpbannoo Namtolchee Itiyoophiyaa, Faanaa Miidiyaa Korporeeshinii fi Istudiyoon AI…
Kaadaastera mirga abbaa qabiyyummaa lafaa mirkaneessuu keessatti…
Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Godina Boorana Bahaatti sirna bulchiinsa lafaa ammayyeessuun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuuf hojjetamaa jira jedhe Waajjirri Lafaa godinichaa.…
Sirni Diijitaalaa haaraan ittigaafatamummaa ragaarratti hundaa’e guddisa – Ambaasaaddar Reedwaan…
Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Sirni Diijitaalaa haaraan ittigaafatamummaa ragaarratti hundaa’e guddisa jedhan Daayrekterri Olaanaan Tajaajila Nageenya Odeeffannoo Biyyaalessaa…
Teeknooloojiin Sirna Dambii fi Bulchiinsa Miidiyaa qindaa’aa eebbifame
Finfinnee, Ebla 23, 2018 (FMC) – Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee waliin ta’uun kan misoomse Teeknooloojii Sirna Dambii fi Bulchiinsa Miidiyaa…
Yaaliiwwan haleellaa saayibarii kumni 50 ol fashalaa’an
Finfinnee, Ebla 21, 2018 (FMC) – Baatiiwwan saglan darban keessa yaaliiwwan haleellaa saayibarii kumni 50 ol fashaleessuun danda’ameera jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya…
Pireezidaantiin Moozaambiik Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Ebla 20, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Moozaambiik Daani’eel Firaansikoo Chaappoon Inistiityuutii Hubannoo Namtolchee Itiyoophiyaa daawwataniiru.
Daayrektarri olaanaan…
Inisheetiivii Diijitaala Itiyoophiyaa milkaa’ina galmeessise…
Finfinnee, Ebla 14, 2018 (FMC) – Ministirri Pilannii fi Misoomaa Doktar Fitsum Asaffaa gabaasa raawwii hojii ji’oota sagalii dhiyeessaniin, inishatiivii Diijitaala Itiyoophiyaatiin…
Dhaabbatichi sirna kaffaltii isaa diijitaalessuufi
Finfinnee, Ebla 12, 2018 (FMC) – Dhaabbanni Tajaajila Awutoobisii Magaalaa Finfinnee sirna kaffaltii isaa guutummaatti diijitaalessuufi jedhan Hojii Raawwachiisaa Olaanaan dhaabbatichaa…
Waa’ee Proojektii Maddisiisaa Annisaa Qilleensaa Asallaa Dooktar Abiy Ahimadiin ebbifamee
Finfinnee Ebla 8,2018(FMC) --Piroojektiin Maddisiisaa Annisaa Qilleensaa Asallaa har'a Ministira Muumme Dooktar Abiy Ahimadiin ebbifame:
👉 Tarbaayinoota 29 meetira 84 dheeratan fi…