Browsing Category
Uncategorized
Godinaaleen garaagaraa raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan
Finfinnee, Qaammee 3, 2014 (FBC) – Godinni GAONF, Harargee Bahaa,Guraagee fi Goofaa raayyaa ittisaaf deeggarsa taasiisan akkaakuu taasiisaniiru.
Godinni Addaa Oromoo Naannawaa…
Waraana ABUT bane ittisaa imala badhaadhinaa itti fufsiisna- Obbo Mallas Alamuu
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Harka tokkoon waraana garee shororkeessaa ABUT bane ittisaa harka biraan imala badhaadhinaa eegalle itti fufsiisna jedhan hogganaan Waajjira Paartii…
Oromiyaatti lafti heektaarri kumni 100 oomisha ruuziin misoomaa jira-BQO
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Naannoo Oromiyaatti ganna kana lafti heektarri kumni 100 oomisha ruuziin misoomaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa Beeksise.
Jilli itti aanaa hogganaa …
Biriitaaniyaan saamicha Mankuusaa dhaabbata sagantaa nyaataa addunyaarratti raawwatame balaaleffate
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – Biriitaaniyaan saamicha gareen ABUT Mankuusaa dhaabbata Sagantaa Nyaataa Addunyaa Maqaleetti argamurratti raawwate kan balaaleffattu ta’uu…
Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan fudhataa jiruun Sodaawwan biyyaalessaa…
Finfinnee, Hagayya 16, 2014 (FBC) – Iddoolee garaagaraatti Tarkaanfii olaantummaa seeraa kabachiisuu mootummaan fudhataa jiruun Sodaawwan biyyaalessaa hir'isuu Hayyoonni Saayinsii Siyaasaa…
Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda’u – Pireezidaanti…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Qonnarratti yoo hin hojjenne Indaastiriin galma gahuu hin danda'u jedhan, Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.…
Faanaa Broodkaastiing Korporeet dhimmoota hawaasa irratti xiyyeeffachuun hojii hojjeteen sagalee…
Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Faanaa Broodkaastiing Korporeet dhimmoota hawaasa irratti xiyyeeffachuun hojii hojjeteen sagalee ummata bal'aa fi filatamaa ta'uu danda'uu Hojii…
Ministeerichi dhaabbilee waamamtootaa waliin raawwii hojii bara darbee fi karoora bara 2015 irratti…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Ministeerri Qonnaa dhaabbilee waamamtootaa waliin raawwii hojii bara darbee fi karoora bara 2015 irratti mari’achaa jira.
Dhaabbilee…
Ministeerichi naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 9.8tti tilmaamamu…
Finfinnee, Adoolessa 29, 2014 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 9.8tti tilmaamamu…
Konkolaataa deeggarsa namoomaa fe’ee imalaa ture keessatti Birriin seeraan ala daddabarfamaa…
Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Konkolaataa deeggarsa namoomaa fe'ee imalaa ture keessatti Birriin seeraan ala daddabarfamaa ture miiliyoonni 2.2 to'atamuu buufanni To'annoo Komishinii…