Browsing Category
Uncategorized
Dhaabbileen deeggartoota misoomaa Oomisha Qonnaa Afrikaa guddisuuf Doolaara biiliyoona 30 tumsa…
Finfinnee, Amajjii 20, 2015 (FBC) - Dhaabbileen deeggartoota Misoomaa idil addunyaa Oomisha Qonnaa Afrikaa guddisuuf Doolaara biiliyoona 30 tumsa taasiisuuf waadaa galaniiru.
Yaa'iin…
Muudama Obbo Magos Baalchaa Gabramadihiin
Finfinnee, Amajjii 12, 2015 (FBC) – Obbo Mogas Baalchaa Gabramadihiin Sadarkaa Itti Aanaa Kantibaatti Itti Gaafatamaa Waajjira Qindeessaa Ijaarsa Sirna Diiimookiraasii bulchiinsa magaalaa…
MM Abiy Ahimad Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin sin gahee dabarsan
Finfinnee, Amajjii 10, 2015(FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Kataraafi Cuuphaa sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ayyaanni cuuphaa ayyaana hiikkaa…
Mootummaan Ityoophiyaa fi dhaabbanni Maasdaar Aanniisaa Aduu Meegaa Waattii 500 misoomsuuf…
Finfinnee, Amajjii 10, 2015 (FBC) – Mootummaa Ityoophiyaa fi dhaabbanni Maasdaar Emireetoota Araba Gamtoomanii Aanniisaa Aduu Meegaa Waattii 500 misoomsuuf waliigaltee mallatteessaniiru…
MM Abiy Ahimad Mana Amantaa Ortodoksii Ityoophiyaa Abuu Daabiitti ijaarramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Mana Amantaa Kiristiyaanaa Ortodoksii Ityoophiyaa Abuu Daabiitti ijaarramaa jiru daawwataniiru.
Ijaara mana…
Ayyaanni Cuuphaa duudhaa Amantaa eegee akka kabajamu qophiin xumuramuu kutaan lallabaa Magaalaa…
Finfinnee, Amajjii 9, 2015 (FBC) – Ayyaanni Cuuphaa iddoo hundatti duudhaa Amantummaa isaa eegee akka kabajamu qophiin xumuramuu kutaan Lallabaa Mana Amantaa Ortodoksii Magaalaa Finfinnee…
MM Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun maaddii…
Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Ayyaana Qillee sababeeffachuun namoota daandirraa jiraataan waliin maaddii…
Waltajjiin marii Gumii Balal marsan 27ffaan gaggeeffamaa jira
Mudde 24, 2015(FBC)- Waltajjiin marii Gumii Balal mata duree “Inshuraansiin fayyaa hawaasaa, wabii fayyaa hawaasaati” jedhuun Waajjira Pireezidaantii Oromiyaatti gaggeeffamaa jira.…
Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabame
Finfinnee, Mudde 6, 2015 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti yakkamaan haala sukkanneessaan haadha manaa isaa ajjeese hidhaa umurii guutuun adabameera.
Yakkamaan Tamaam Abdallaahii jedhamu…
MM Abiy Ahimad miseensota hawaasa Ityoophiyaa Waashingitan waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 6, 2015(FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensota hawaasa Ityoophiyaa Waashingitan waliin mari’atan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Yaa’ii Hoggansa…