Browsing Category
Uncategorized
Dooktar Kaasahuun Goofeen bakka buutoota Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasahuun Goofeen bakka buutoota Gamtaa Awurooppaa waliin mari'ataniiru.…
Liyooneel Meesiin tuuta Garee Biyyaalessaa Arjentiinaan ala ta’e
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Taphataa Cimaan Arjentiinaa Liyooneel Meesiin sababa miidhamaan tuuta Garee Biyyaalessaa biyyattiin ala ta'eera.
Tapha Gulaallii Waancaa Addunyaan…
Guyyaa Kanniisaa fi Qorannoo ce’emsa wabii nyaataa idil addunyaa gaggeessuuf qophii gahaan…
Finfinnee, Bitootessa 8, 2017 (FMC) - Guyyaa Kanniisaa fi Qorannoo ce'emsa wabii nyaataa idil addunyaa gaggeessuuf qophii gahaan taasiifamuu Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Harar qabeenya Tuurizimii daawwatamuu qabdu-WMM
Fiinfinnee, Bitootessa 7, 2017(FMC) - Qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu hedduu keessaa gamoo duriin kan marfamte magaalli Harar daawwatamuu akka qabdu ibsameera.
Waajjirri…
Komishinarri Jeneraalaa Dammallaash Gabramikaa’eel Jigjigaatti Poolisoota leenjirra jiran…
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Komishinarri Jeneraalaa Komishinii Poolisii Federaalaa Dammallaash Gabramikaa'eel magaalaa Jigjigaa Giddugala Leenjii Poolisii Garbaasaatti Poolisoota…
Magaalaa Jimmaatti sagantaan Afxiraa gaggeeffame
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Magaalaa Jimmaatti Baankiin Siinqee Sooma Ramadaanaa waggaa 1446ffaa sababeeffachuun sagantaa Afxiraa gaggeessera.
Daayrekterri tajaajila dhalarraa…
Lammiileen Itiyoophiyaa 961 Saa’uud Arabiyaarraa deebi’aan
Finfinnee, Bitootessa 5, 2017 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa 961 Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan 961 har'a balaliiwwan 3 gara biyyaa deebi'aaniiru.
Deebitoota keessaa 578…
Pireezidaantiin Angoolaa Joo’aawoo Maanu’eel Goonkaalvees yaadannoo Injifannoo Adwaa…
Finfinnee, Bitootessa 4, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Angoolaa fi Dura Taa'aan yeroo Gamtaa Afrikaa Joo'aawoo Maanu'eel Goonkaalvees yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Pireezidaanti…
Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa dheereffame
Fimfinnee, Bitootessa 3, 2017(FMC) - Yeroon galmee deemsa Haajii fi Umraa 1446ffaa hanga Bitootessa 20/2017tti dheereffamuu Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Isilaamummaa…
Ministirri Haqaa Rippaabliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaaf Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 6, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Haqaa Rippabiliika Ummata Chaayinaa He Rong daawwannaa hojiif Finfinnee galaniiru.
He Rong jila isaanii waliin wayita buufata…